Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3

Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3 Yesus Fayyisaadha!

Nagaan gooftaa isiniif haa ta'uu.Sagantaan keenya guutamuu Hafuura Qulqulluu ykn Pheenxeqoosxummaa giddu galeessa godhat...
19/08/2026

Nagaan gooftaa isiniif haa ta'uu.Sagantaan keenya guutamuu Hafuura Qulqulluu ykn Pheenxeqoosxummaa giddu galeessa godhatu waggaa waggaan gaggeeffamuu bara kanaa Hagayya 22 jimaata ganamaa jalqabee hanga gaafa 24 sanbata waaree boodaatti waan gaggeeffamuuf dargaggoonnii fi amantoonnii argamaa eebba hirmaadhaa isiniin jenna.
Qopheesitoonni--- Kilaastera Waldoota Guutuu Wangeelaa Naannoo Dambi Doolloo fi Tokkummaa Dargaggoota M/D/Doolloo

“Abdiin Waaqayyo abdachiise isinii fi ijoollee keessaniif, warra fagaatanii jiraatanii, Waaqayyo keenya gooftichi itti waamu hundumaafis” jedhee deebiseef.
Hojii Ergamootaa 2:39

Guyyaa Borii namni hundi afeeramtaniittu! Irraa hin hafamu wal argeen Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk  #3
11/08/2026

Guyyaa Borii namni hundi afeeramtaniittu! Irraa hin hafamu wal argeen Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3

07/08/2026

Coming Soon!
Far/Simera Geremu
Dhiigaan Na Bitatte!
Dilbata Ganama jechuun 3/12/2018
Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3 tti eebbifama.
Waldaa Guutuu Wangeelaa Dambi Dolloo Lakk.4
Dambi Dolo Full Gospel No.1 Church
WGW Dambi Dollo Lakk.8
Isoo Benti , Lencho Yohanis Tolasa , Dirribaa Birhanuu
Gare Yohanis

Sagantaa addaa Dargaggoota waldaa Guutuu wangeelaa D/Dolloo lakkoofsa 3tiin  mata duree "Maaranaata" jedhuun kan qophaa'...
08/06/2026

Sagantaa addaa Dargaggoota waldaa Guutuu wangeelaa D/Dolloo lakkoofsa 3tiin mata duree "Maaranaata" jedhuun kan qophaa'e irratti akka argamataniif aferamtaniittu! Roobii sa'a 8:30tti
Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3

Inni garuu dhugumaan dhiphina keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha ...
10/04/2026

Inni garuu dhugumaan
dhiphina keenya of irra in kaa'e,
muddama keenyas in baate;
nuyi garuu akka waan
Waaqayyo dha'icha isatti fidee,
akka waan inni isa rukutee
gad isa deebisettis in lakkoofne.
Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname,
sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame;
nuyi nagaa akka argannuuf
inni in adabame,
madaa'uu isaatiinis fayyinni
nuuf in argame;
nuyi hundumti keenya
akka hoolotaa karaa irraa badnee turre,
adduma addaanis kara-karaa in gorre;
Waaqayyo garuu yakka hunduma keenyaa isa irra in kaa'e.
Isa in cunqursan, in dhiphisanis,
inni garuu waan tokko iyyuu hin dubbanne;
akkuma ilmoo hoolaa
ishee qalamuudhaaf geeffamtuutti in oofame,
akkuma hoolaan
yommuu rifeensa irraa muran
cal jettuus,
inni calluma jedhe malee,
afaan isaa hin saaqqanne.
Isaayaas 53:4-7

Koonfiraansii Sanbata Guddaa waaree booda
05/04/2026

Koonfiraansii Sanbata Guddaa waaree booda

Koonfiraansii Sanbata Guddaa Ganamaa!Day 3
05/04/2026

Koonfiraansii Sanbata Guddaa Ganamaa!
Day 3

Konfiraansii guyyaa 2ffaa sanbata duraa waaree boodaa  Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk  #3
04/04/2026

Konfiraansii guyyaa 2ffaa sanbata duraa waaree boodaa
Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3

Konfiraansii guyyaa 2ffaa sanbata duraa ganamaaWaldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk  #3 WGW Dambi Dollo Lakk.8 Waldaa G...
04/04/2026

Konfiraansii guyyaa 2ffaa sanbata duraa ganamaa
Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3
WGW Dambi Dollo Lakk.8
Waldaa Guutuu Wangeelaa Dambi Dolloo Lakk.4ffaa

03/04/2026

Koonfiraansii jimaata guyyaa!

Address

Qellem Wallaggaa M/D/Dolloo
Dembi Dolo
JESUS

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Guutuu Wangeelaa D/Dolloo Lakk #3 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share