Nuur Alaa Nuur

Nuur Alaa Nuur Education, religious and cultural center - Non profit organization

08/22/2026
04/24/2026

💐💐💐Dubartoota 💐💐💐yeroo ammaa kana seenaa dalagaa jiran
💐💐💐Garee Sadaqatul Jaariyaa 💐💐💐Dubartoota 💐💐💐Gaaddisa Islaamaa💐💐💐 Markaza Ummu Salamaa 💐💐💐ja'amu Miidhaaga Tolaatti💐💐💐 jaaruutti jiran Namnii Rabbiin laafiseef kheyrii tanarratti hirmaadhaa💐💐💐Dagaagaa firaawaa mullaadhaa Rabbiin isinirraa haajalatu 🌹💐💐💐Dubartoota 💐💐💐yeroo ammaa kana seenaa dalagaa jiran
💐💐💐Garee Sadaqatul Jaariyaa 💐💐💐Dubartoota 💐💐💐Gaaddisa Islaamaa💐💐💐 Markaza Ummu Salamaa 💐💐💐ja'amu Miidhaaga Tolaatti💐💐💐 jaaruutti jiran Namnii Rabbiin laafiseef kheyrii tanarratti hirmaadhaa💐💐💐Dagaagaa firaawaa mullaadhaa Rabbiin isinirraa haajalatu 🌹

02/05/2025

Welcome To Minnesota

Assalaamu’aleykum Warahmatullahi Wabarakaatuh

Oduu Gammachiisaa Hawaasa Kheenya Kan Minnesota Jiraatu Maraaf!

Ustaazni Keenya Ustaaz Abdurahiim Saanii Kan Biyya Keeniyaa Keessatti Hawaasa Kheenya Khaddamaa Ture Yeroo Xiqqo Dura Biyya America, Minnesota Dhufuun Isaa Ni Yaadatama. Hawaasni Keenya Kan Minnesota Jiraatu Sagantaa Simannaa Bareedduu Tan Mata Dureen Isii ! jettu Qopheessanii Isin Eegaa Jiran.

Sagantaa Tanarratti Keessummoonni Adda Addaa Akkasuma Sheekkonni Keenya Irratti Ni Argaman.

Xiqqaaf Guddaan Dhiiraaf Dhalaan Sagantaan Tanarraa Akkan Hafne Khabajaa fi Jaalalaan Isin Afeerra.

📍245 W LAFAYETTE FRNOTAGE RD
SAINT PAUL, MN 55107
UNITED STATES 🇺🇸

For More Info: +1 (612) 441-9168

An_Haa_Dhufuu!

Gaaddisa Islaamaa fuldurrii ifaadha Minnesota bulchuun ammaa
01/24/2025

Gaaddisa Islaamaa fuldurrii ifaadha Minnesota bulchuun ammaa

Address

Calgary, AB
T2E4B2

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nuur Alaa Nuur posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Nuur Alaa Nuur:

Share