Prophet Lelisa Matewos

Prophet Lelisa Matewos √Bakkalcha Fayyinaati Yesuusβœ…
ππ€π†π„β€πŠπ€ππ€ π…πŽπ‹π‹πŽπ– πˆππ•πˆπ“π„ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄 π‹πˆπŠπ„ π†πŽπ‚π‡π”π” π‡πˆπ πƒπ€π†π€π“πˆππ€

  fi Araarri Waaqayyoo Hunduma Keessaniif haa baay'atu. .Ayyaanni naaf baay'atee ammas faarfannaa haaraa mata dureen isa...
28/05/2026

fi Araarri Waaqayyoo Hunduma Keessaniif haa baay'atu.
.

Ayyaanni naaf baay'atee ammas faarfannaa haaraa mata dureen isaa 'Kottu' jedhu qabadhee dhufaan jira.
Faarfannaan kun jimaata galgala sa'aatii 11tti karaa youtube dhuunfaa kootii isin qaqqaba. Ammasitti Hirko Guteta Official subscribe godhaa!

Music & mixing mastering Yonas Bacha , Camera Sena Tamene
Edit & Color Lamicof Creativet/ Director: Yonas Bacha
Vocal Firkot & Choir
Prodaction: Sina Hirko Guteta Official Tube
Poster design: Nabi design and advertising
Coming Soon!!!

♀ Guder MagaalaBara si'anaas immoo akkasuma hambaan warra Waaqayyo ayyaana isaatiin fo'atee jiru*.Roomaa 11:5Prophet Lel...
28/05/2026

♀ Guder Magaala
Bara si'anaas immoo akkasuma hambaan warra Waaqayyo ayyaana isaatiin fo'atee jiru*.
Roomaa 11:5

Prophet Lelisa Matewos
Apostle Zawudu Nemera
Arara Tv World Wide

"I BELONG TO JESUS "✝️Jarreen kanatu akkas jedha‼️"Nuti kan Yesuusi, ulfinni isa hundumaa danda'u Iyyesuus Kiristoosiif ...
27/05/2026

"I BELONG TO JESUS "✝️

Jarreen kanatu akkas jedha‼️
"Nuti kan Yesuusi, ulfinni isa hundumaa danda'u Iyyesuus Kiristoosiif haa ta'u πŸ™

Taphattoota kubbaa miilaa fuula Gooftaa duratti; Yeroo hundumaa Waaqeffattoota dirree kubbaa miilaa keessatti, qooda olaanaa fudhatanii Yesuus Gooftaadha" jedhanii dhaadatan, yeroo Geeba fudhatan irrattiβœοΈπŸ‘πŸ“–

 # 'uu hin jaalatiin!    hiree namoota muraasaa miti. Sadarkaa rakkina isaatu wal caala malee namuu rakkoo qabu qaba. Ra...
26/05/2026

# 'uu hin jaalatiin!

hiree namoota muraasaa miti. Sadarkaa rakkina isaatu wal caala malee namuu rakkoo qabu qaba. Rakkinni jiraachuun mala rakkoo keessa ittiin darban soquu nama dandeessisa. Mala tokkittii sana soquuf garuu bu'aa bayii baay'ee qaxxaamurta, galaana beekumsaa heddu keessa lixxee daakta. Kana jechuun rakkoo tokko furuu yaaluun beekumsa dabalataa sigonfachiisa jechuudha.

rakkoo ta'u garuu bakkuma amma jirrutti quufuudha. Rakkoo keessaa bahuuf gaafa sosochoonu huuba nurraa harca'aniifi wantoota nu fuulduraa kukkufan akka waan karaa nutti cufaniitti ilaallee sodaachuudha.

hin taatu.

Rakkina dhabamsiisuun ulfaachuu malus rakkoo keessa taa'uun waan hin malle. 'i waan sirraa harca'uufi kan sirra qubatu adda baafadhu. Yaali, tattaafadhu, iddoo amma jirtu kanatti hinquufiin, isa caalutti hiixadhu malee!

yeroo diddee jalaa sosochootutti waanjoo isaa boquu kee irraa in buufta” jedheen*.
Seera Uumamaa 27:40
Prophet Lelisa Matewos @

  Jireenya Jedhi Darbi Namni Waangelatti Amaantuu qoftiπŸ’”
26/05/2026

Jireenya Jedhi Darbi Namni Waangelatti Amaantuu qoftiπŸ’”

 'en_Misiraachoo Dhaga'uuf Egaa turte sanaa  Dhaga'i  Maqaa yesuusin‼️
25/05/2026

'en_Misiraachoo Dhaga'uuf Egaa turte sanaa Dhaga'i Maqaa yesuusin‼️

Amma_warri_Kristosiin morman baay'ataniiru. Kanaafis yerichi isa dhumaa akka ta'e nuyi in beekna*.      1Yoh 2:18     Ki...
25/05/2026

Amma_warri_Kristosiin morman baay'ataniiru. Kanaafis yerichi isa dhumaa akka ta'e nuyi in beekna*.
1Yoh 2:18

Kiristoos Lafa Irratti Hojjataa Ture Anis Nan hojjadhaa jedhe.

Eloon Maask Dinqiwwan fi hojjiwwan Iyyesuus Kiristoos lafa irratti hojjataa ture anis nan hojjadhaa jechuun isaa ijoo dubbii miidiyaalee ta’e jira.

qorrannoo haara dhaabbanni isaa godheen Teknolojii Sammuu namaa fi kompiitaraa walitti hidhuun hojjiwwan fi dinqiwwan Iyyesuus Kiristoos lafa irratti hojjachaa ture akka hojjachuu danda’u ifoomsee jira

kun 'Blindsight' kan jedhamu yoo ta’u, namoota guutummaatti iji isaani jaame akka arguu danda’an kan gargaaruudha jedhamee jira.

kun ilaalcha idilee ykn uumamaa irraa caalati kan aggarsiisuudhaa jedhameefi jira. Teeknolojiin haaraan kun Maayikroo Chiipii waliin kan walqabatu ta’us himamee jira.

namoonni miili isaani naaffate akka deemu danda’an Maayikroo Chiipii haaraan kan Teeknolojii addaa qabu kun ni gargaaraa jedhame jira.

qaamni isaanii guutummaatti laamsha'e akka deebi'anii socho'an gochuu fi namoota dhalootaan jaaman dabalatee akka argan ni taasisaa jedhamee jira.

Maask dhimma kana irratti akka dubbateetti "Namoonni kompiitaraan sammuu isaanii akka ajajan gochuu fi warra guutummaatti jaaman argisiisuun dinqii sadarkaa Yesus ti" jechuun fuula miidiyaa X (Twitter) irratti barreesee jira.

qorannoo waajjira β€˜Neuralink’ irraa bahe akka agarsiisuutti teeknolojiin haaraan kun namoota laamsha'an sammuu isaaniitiin kompiitaraa ykn bilbila isaani fayadamuun akka sochoosan ni gargaaraa jedhamee jira.

yeroo jalqabaaf chiipiin kun itti godhame nagaadhan itti fayyadamaa jiraas jedhamee jira.

teeknolojiin kun ija fi agartuu ijaa miidhame dhiisuu, kaameraa ija fakkeefamee hojjatameen mallattoo alaa fudhachuun kallattiin gara sammuutti erguun namoonni akka argan gargaaraa jedhamee jira.

akka jedhutti, teeknolojiin kun jalqaba irratti fakkii bifa gurraachaa fi adiin kan argisiisu yoo ta'u, booda garuu dandeettii ija nama idileerra caalu fiduu danda'a jechuun kan hime.

Eloon Maask kun hawaasa biratti falmii guddaa kaasee jira.Mormiin ammantiis cimee itti fufee jira.

Namoonni hedduun dinqii macaafa qulqulluu keessatti Iyyesuus Kiristoos raawwate, hojii teeknolojii fi chiipii kompiitaraa waliin madaaluun qaaniifi gocha barsiisa sirrii hin taane jechuun mormii isaani dhageessiisaa jiru.

fayyaa akka jedhanitti, β€˜Neuralink’ jalqaba irratti milkaa'ina gaarii argisiisus, ammatti dhibee jaamummaa fi laamshaa'ummaa guutummaatti maqsuu akka danda'u ragaan qabatamaan qorannoo nama irratti mirkanaa'e gahaan ammatti hin jiru jechuun himu.

Haa ta’u male Chiipiin kun hayyama dhaabbata qoricha fi nyaata Ameerikaa (FDA) irraa qorannoo ariifachiisaa argatee jira.

namoota jaaman irratti godhamu baatiiwwan dhufan keessatti akka eegalamu tamsaasamu gabaafamee jira.

kun qorannoo isaa gara biyyoota biraa kan akka β€˜UAE’ fi β€˜UK’ tti ni bal'isaa jedhamee jira.

Maddi:-WION

  morman baay'ataniiru. Kanaafis yerichi isa dhumaa akka ta'e nuyi in beekna*.      1Yoh 2:18     Kiristoos Lafa Irratti...
25/05/2026

morman baay'ataniiru. Kanaafis yerichi isa dhumaa akka ta'e nuyi in beekna*.

Biyyi lafaa guutummaatti daariidhaa hamma daariitti fayyisuu Waaqayyo keenyaa in arga; Waaqayyo irree isaa isa qulqulluu...
24/05/2026

Biyyi lafaa guutummaatti daariidhaa hamma daariitti fayyisuu Waaqayyo keenyaa in arga; Waaqayyo irree isaa isa qulqulluu saba lafa irraa hundumaa duratti in mul'isa*;
Macaafa Isaayaas Raajichaa 52:10
❀️ Shaambuu ‼️

24/05/2026

Bayyee Nama Eebbisuu Kanan Eebbifaama
Bultii Dhinsaa Eebbifaami

 πŸ‘‰Atillee abdii kutattee rafuufuu jechaa jirtaa, garuu bor ganama bariidhaan nama baay'eetu "baga gammaadde" siin jechuu...
23/05/2026

πŸ‘‰Atillee abdii kutattee rafuufuu jechaa jirtaa, garuu bor ganama bariidhaan nama baay'eetu "baga gammaadde" siin jechuu manakee dhufa!

Address

Oromia
Damazin
A

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Lelisa Matewos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share