16/06/2026
Namni garaa isaatti yaadee in akeeka, wanta namni deebii kennu garuu, Waaqayyotu isaaf kenna. Namni akka ofii isaatii ilaalutti karaan jireNamni garaa isaatti yaadee in akeeka, wanta namni deebii kennu garuu, Waaqayyotu isaaf kenna. Namni akka ofii isaatii ilaalutti karaan jireenya isaa hundinuu qullaa'aa dha, Waaqayyo garuu, hafuura inni ittiin geggeeffamu sana in miijana. Hojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu, wanti ati yaaddus fiixaan siif in ba'a;
Fak 16:1-3
Namni garaa isaatti yaadee in akeeka, wanta namni deebii kennu garuu, Waaqayyotu isaaf kenna. Namni akka ofii isaatii ilaalutti karaan jireenya isaa hundinuu qullaa'aa dha, Waaqayyo garuu, hafuura inni ittiin geggeeffamu sana in miijana. Hojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu, wanti ati yaaddus fiixaan siif in ba'a;
Fak 16:1-3
👉Nagaa fi araarri waaqayyoo akka badhaadhummaa isaatti isini
👉Nagaa fi araarri waaqayyoo akka badhaadhummaa isaatti isiniif haa danoomu!
🙏Barattoonni Exit Exam fudhattan, akkasumas fudhachuuf jirtan baga Guyyaa kana geessan! Kun Jaalala waaqayyoon ta'e. Ammas akka Jaalalaa fi akeeka isaatti gatii Ifaaja keessan bara dheeraaf milkaa'ina argadhaa!
Maqaa waaqayyoo isa waaqa fi lafa Uumeen gargaarsa argattaniittu.
Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen,
nuyi gargaarsa arganne.
Faarfannaa 124:8enya isaa hundinuu qullaa'aa dha, Waaqayyo garuu, hafuura inni ittiin geggeeffamu sana in miijana. Hojii kee hundumaa Waaqayyotti kennadhu, wanti ati yaaddus fiixaan siif in ba'a;
Fak 16:1-3
👉Nagaa fi araarri waaqayyoo akka badhaadhummaa isaatti isiniif haa danoomu!
🙏Barattoonni Exit Exam fudhattan, akkasumas fudhachuuf jirtan baga Guyyaa kana geessan! Kun Jaalala waaqayyoon ta'e. Ammas akka Jaalalaa fi akeeka isaatti gatii Ifaaja keessan bara dheeraaf milkaa'ina argadhaa!
Maqaa waaqayyoo isa waaqa fi lafa Uumeen gargaarsa argattaniittu.
Maqaa Waaqayyoo isa waaqaa fi lafa uumeen,
nuyi gargaarsa arganne.
Faarfannaa 124:8