WDB Wiirtuu Arsii

WDB Wiirtuu Arsii Fuulli kun kan Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Arsiiti

Leenjiin Ittuma Fufee JiraLEENJII MISEENSOTA GUUTUU WDB Wiirtuu Arsii tif Kennama jiru akkuma itti fufetti jira.
21/03/2026

Leenjiin Ittuma Fufee Jira

LEENJII MISEENSOTA GUUTUU WDB Wiirtuu Arsii tif Kennama jiru akkuma itti fufetti jira.

የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii
21/03/2026

የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii

21/03/2026
21/03/2026
Sagantaan Leenjii fi Marii Guyyaa lammaaffaa Waldaa Duukaa Bu’ootaa Wiirtuu Arsii itti fufeera.WDB Wiirtuu Arsii
21/03/2026

Sagantaan Leenjii fi Marii Guyyaa lammaaffaa Waldaa Duukaa Bu’ootaa Wiirtuu Arsii itti fufeera.

WDB Wiirtuu Arsii

Leenjiin Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuu ArsiiLeenjiin Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtulee Hundaaf kennuuf Karoora qabatee ka...
21/03/2026

Leenjiin Waldaan Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Arsii

Leenjiin Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtulee Hundaaf kennuuf Karoora qabatee ka'e Wiirtuu Arsiitifis kennamaa jira.

WDB Wiirtuu Arsii

16/03/2026

'IIN DHUFANII FI DHUFAA JIRAN


Murteewwan Aanaalee Hundaaf Dabarfaman
ለሁሉም ወረዳ ቤተ ክህነቶች የተላለፉ ውሳኔዎች

Mana Kiristaanaa Ortodoksi Tawaahidoo Itiyoophiyaa Biyya Lallabaa Arsii jalatti kan argaman Manni Barreessaa Aanaaleen Mana Lubummaa 26n, Gadaamiwwan, Tulluuwwanii fi Manneen Kiristaanaa Baadiyyaa Hundumtuu, Guraandhala 1/2018 B.A irraa eegalee hojiiwwan Raawwachuu qaban Tartiiban

በኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ በአርሲ ሀገረ ስብከት በሥሩ የምገኙ 26 ወረዳ ቤተ ክህነት ጽህፈት ቤቶች፣ በሁሉም ገዳማት አድባራትና ገጠር አ/ክርስቲያናት ከየካቲት 1/2018 ዓ.ም ሊተገበሩ የምገባቸው ዝርዝር ሥራዎች

1️⃣ffaa. Manni Lubummaa Aanaa kan bulchu Manneen Kiristaanaa hunduu Manni Kiristaanaa Guddoo Itiyoophiyaa Ortodoksi Tawaahidoo Dhaabbata bulchaniin kan wal simu Seera, sirnaa fi Pirotokoolii barbaachisu guutuu qabu.

ወረዳ ቤተ ክህነቱ በሚያስተዳድራቸው አብያተ ክርስቲያናት ታላቋን የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን እና የሚያስተዳድረውን ተቋም የሚመጥን ስነ ስርዓትና ፕሮቶኮል ሟሟላት አለበት።

2️⃣ffaa. Manneen Kiristaanaa Manni Lubummaa Aanaa bulchu KAROORA 1/4 Waggaa, Walakkaa Waggaa, Waggaa Tokkoo, Waggaa 3 fi Waggaa 5 Qopheessuu fi hojichis bu'uura Karoorichaatin hojiirra oolaa jiraachuu isaa Ragaa qopheessun Biyya Lallabichaatiif dhiyeessun Mirkaneessisuun hojiirra oolchuu.

ወረዳ ቤተ ክህነቱ በሚያስተዳድራቸው አብያተ ክርስቲያናት በየሩብ ዓመቱ የተዘጋጀ ሩብ ዓመታዊ፣ መንፈቀ ዓመታዊና ዓመታዊ የ3ት ዓመት እና የ5ት ዓመት ዕቅዶች ማዘጋጀትና ሥራዎች በዕቅዱ መሰረት እየተሰሩ መሆናቸውን የሚያሳይ መረጃ በማዘጋጀት ለሀገረ ስብከቱ አቅርቦ በማጸደቅ በሥራ ላይ ማዋል።

3️⃣ffaa. Mana Lubummaa Aanichaa keessatti kan argamu Manneen Baruumsaa Barnoota Duuka Bu'ummaa(አብነት ት/ቤት) Barsiisonnii fi Barattoonni Duuka Bu'ummaa Baratan Baruumsicha hojii baruuf barsiisuu guyyaa guyyaadhan taasifamu itti dhiyeenyan hordofuu fi deeggarsa barbaachisu taasisuu, akkasumas Manni Baruumsichaa karaa kamiin cimuu akka danda'u qorannoo taasisuu fi hojiin bu'aa qabeessi akka hojjatamu bu'aan isaas akka ibsamu

በወረዳዎቹ የሚገኘው የአብነት ትምህርት ቤቶች መምህራንና ደቀ መዛሙርቶቻቸው የእለት ተዕለት የመማር ማስተማር ህደቱን በቅርብ በመከታተል አስፈላጊውን ድጋፍ በማድረግ እንድሁም ት/ት ቤቱ የሚጠናከርበትን ጥናት በማድረግ ውጤታማ ስራ እንድሰራ ውጤቱም እንዲገለጽ

Kutaa 1ffaadha.
Kutaa 2ffaan itti fufa... Loading

1ኛ ክፍል ነው
2ኛ ክፍል ይቀጥላል ...Loading

© የአርሲ ሀገረ ስብከት ሚድያ Miidiyaa Biyya Lallaba Arsii ...✍️

👉 Liinkii Gadii Kana Hordofuudhan Gara Chaanaaliiwwan Miidiyaa Keenyatti Dabalamaa
👉 ከታች ያሉትን ሊንክ በመጫን ወደ ቻናሎቻችን ተቀላቀሉ

👉 FACEBOOK👇👇👇👇👇ፌስቡክ
https://www.facebook.com/share/1bp49TDKhZ/

👉 TIKTOK👇👇👇👇👇ቲክቶት
tiktok.com/.ku.la.arsii

WhatsApp 👇👇👇👇👇ዋትሳፕ
https://whatsapp.com/channel/0029Vb6ZyoHId7nSWz2Uq73X

Inistagram👇👇👇👇👇ኢንስታግራም
https://www.instagram.com/miidiyaablarsii?igsh=MXRsaDgyeXJwdDdkdQ==

Telegram Chanal 👇👇👇👇👇ቴሌግራም
https://t.me/Arsi21

Telegram Group👇👇👇የግሩፕ ቴሌግራም
https://t.me/+do8_6-C5_ek4MjFk

Telegram Cominicate


IMO👇👇👇👇👇ኢሞ
https://call.imo.im/BiyyaLallabaArsii

16/03/2026

Address

Asella
WDB

Telephone

+251910637055

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WDB Wiirtuu Arsii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to WDB Wiirtuu Arsii:

Share