Oromo Christ Evangelical Lutheran Church

Oromo Christ Evangelical Lutheran Church Welcome to Bay Area Oromo Church. As He instructed His Disciples, our mission is to go into the worl We have different activities on our sight.

The San Lorenzo Family Help Center Food Pantry is located on our property. Also, we have AA groups and Alanons. For more question, please call us at 510-276-7980 or 510-875-8874.

Lubi Bal’inaa Saarkaa nama guddaa, nama Waaqayyoo, barsiisaa fi lallaba dubbii Waaqayyoon jijjiirama jireenyaa fi jireen...
12/09/2022

Lubi Bal’inaa Saarkaa nama guddaa, nama Waaqayyoo, barsiisaa fi lallaba dubbii Waaqayyoon jijjiirama jireenyaa fi jireenya hafuuraa namaa keessatti dhiibbaa guddaa geessisaa turaniidha. Lubi bal’inaan biyya keessaa fi alatti Awurooppaa fi Ameerikaa Kaabaa dabalatee bakka garaagaraatti Afaan dubbachuu dandaa’an hundaan tajaajila ija qabu kennaa turaniiru. Akkaataadhuma Kanaan Lubi Bal’inaan waldaa keenyaa waldaa warra wangeelaa Afaan Oromoo(Bay Area Oromo Christ Evangelical Lutheran church) keessatti yeroo garaagaraatti deddeebi’uun barsiisaa fi lallaba dubbii Waaqayyoon amantoota jajjabeessaa akkasumas kadhannaan tajaajilaa turaniiru. Boqochuun isaanii yeroo dhagaa’ame garuu gaddaa fi rifannaa guddaan kan nutti dhagaa’ame yoo ta’ellee Waaqayyoo inni isaan bara isaanii hunda tajaajilaa turan tarree tolootaatti akka isaan simatu abdii qabna.Kanaaf maatii,firoota,hiriyootaa fi hawaasa isaanii hundaaf jajjabina hawwaa lubbuun isaanii nagaatti haaboqottu jenna.

💔
11/07/2022

💔

Our dear friend, beloved husband, loving father, brother, and a local church… Feyera Hirpa needs your support for Support for Abera Megersa Shokicha’s Family

“Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatii...
02/25/2022

“Waaqayyo warra isa jaallatan karaa hundumaa gargaaree gara gaariitti isaan in geessa; isaanoo warra akka akeeka isaatiitti waamamanii dha.”

Gara Warra Roomaa - 8:28

📱📸: Abe

Pre Covid19 pictures of our congregation ⛪️📸: Abe
10/16/2020

Pre Covid19 pictures of our congregation ⛪️
📸: Abe

Come and Join us on December, 20-22/2019
12/17/2019

Come and Join us on December, 20-22/2019

please come and join us! God bless
08/16/2019

please come and join us!
God bless

❤️Mana Waaqayyootu namaa ijaara hubannaa fi oogummaan eeggachuun garuu kan namaati(kan abbaati) Far: 127: 1, M.Fakeenya ...
06/04/2019

❤️Mana Waaqayyootu namaa ijaara hubannaa fi oogummaan eeggachuun garuu kan namaati(kan abbaati) Far: 127: 1, M.Fakeenya 24:34

Pictures from 2019 Family Leadership workshop Speaker Dr Dagitu Warku. Organized by OCELC women ministry.
📸 Biyaf

You are Invited !
05/18/2019

You are Invited !

Address

100 Hacienda Avenue
San Lorenzo, CA
94580

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Christ Evangelical Lutheran Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share