08/31/2026
Iyyesus immoo, "Daa'imman dhiisaa, gara koo dhufuu isaani hin dhowwinaa! Mootummaan Samiiwwanii warra akkasiitiif in ta'a" jedhe.
Harka isaa mataa daa'immanii irra in kaa'e; kana booddee immoo achii in adeeme.
Maatewos 19:14-15
Sirna cuuphaa (Baptism) "Kennaa Sillaasee" Mana Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo Q/Sillaase Portlanditti
ππππππ
Address: 4150 SE Roethe Rd Portland, OR 97267 USA
Contact: +1 (971) 386-4681