Tullu Rajota St Michael, St. Peter and St. Paul EOTC

Tullu Rajota St Michael, St. Peter and St. Paul EOTC M/K Kun Kayyoon ishee namoota maqaa abbaa, ilmaa fi afuura qulqulluun Mucummaa Sillaasee kennuudha.

09/06/2026
Join us @113 SARATOGA ST NSAINT PAUL, MN 55104-6740
08/08/2026

Join us
@113 SARATOGA ST N
SAINT PAUL, MN 55104-6740

08/08/2026

lafa jalaa iddoon gad fagoon harka isaa keessa jira, bantiin tullootaas kan isaati; galaanonni kan isaati, isatu isaan hojjete, lafti gogaanis kan isaati harka isaatu isaan tolche. Faaruu 95:4-5

Kottaa Waliin haa Waaqessinu

Dilbata borii Sirni Qiddaasee Saatii 6:30 AM irraa kaasee kan eegalu ta’a

Address: 113 SARATOGA ST N
SAINT PAUL, MN 55104-6740

Waxabajjii 20,2026 Ayyaanni Waggaa Kan Angafa Ergamootaa Q/Mikaa’eel Akkasumas Kan Q/Pheexiroosii fi Phaawuloos bifa ho’...
06/21/2026

Waxabajjii 20,2026

Ayyaanni Waggaa Kan Angafa Ergamootaa Q/Mikaa’eel Akkasumas Kan Q/Pheexiroosii fi Phaawuloos bifa ho’aa ta’een kabajamee ooleera. Akkasumas Ayyaana kana irratti Lubootni fi keessummoonni State gara garaa irraa itti hirmaataniiru.
Waaqayyoof galanni haa ta’u.

Address

Minneapolis, MN
55413

Opening Hours

6am - 11am

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tullu Rajota St Michael, St. Peter and St. Paul EOTC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share