Light of the Gospel Oromo Church of Lancaster

Light of the Gospel Oromo Church of Lancaster Join
us every Sunday at 2:00PM.

We are Oromo speaking Christian church in Lancaster PA, worshipping and serving the most high God, who has loved and redeemed us through his precious son Jesus Christ.

06/14/2020

Filiphisiyis 4:6
Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti is in barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!

06/03/2020

Faar. 23;6
Eyyee, bara jireenya koo hundumaatti gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u; guyyoota kana hundumaafis mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.

05/30/2020

Faar. 145: 8-9
Waaqayyo araara-qabeessaa fi oo'a-qabeessa; aariitti suuta in jedha, gaarummaan isaas guddaa dha. 9 Waaqayyo nama hundumaaf gaarii dha; hojii harka isaa hundumaafis in oo'a.

05/29/2020

Yohannis 14:27
Nagaa isin biratti nan hambisa, nagaa koo isiniif nan kenna; ani akka biyyi lafaa kennuttan isiniif kenna miti, garaan keessan hin raafamin, hin sodaatinis!

05/18/2020

Waaqayyoon ulfinaan jajadhu, yaa lubbuu ko, keessi namummaa koo guutummaatti maqaa isaa isa qulqulluu haa eebbisu.
Faar. 103:1

01/06/2020
12/24/2019

Merry Christmas!
Baga ayyaana dhalachuu Yesuus geessan.

12/22/2019

W. Yohannis 1:4-5
4 Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture. 5 Sagalichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u.

Address

Lancaster, PA
17603

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Light of the Gospel Oromo Church of Lancaster posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Light of the Gospel Oromo Church of Lancaster:

Share