04/24/2026
ARGENT!
DHIMMA BAAYEE ARIIFACHIISAA
Nama Ofii isaa caalaa ,Dhala isaa Caalaa ,Jaalalallee isaa caalaa Qabeenya isaa caalaatti,Mana isaa caalaatti Jaalala kiristoos qabu Kamii fi Mana Waaqayyoof yaaduuf dhaamsa kana dhimmitanii SHARE gochuun biraan nuuf ga'aa!
Bara 2012 eegallee wangeela utuu lallabnuu Saba walitti qabne Bakka Waaqeffannaa ijaarree keessatti Waaqayyoo Waaqessaa akka turre namoonno online kana jirtan hedduun nu beektu akkasumas namoota hedduudhaaf online kana irratti kadhachaa akkan ture eenyullee ragaadha
Haa tauutii Waldaan keenya Waldaa Afaan Oromoo Hiwot Birhaan ykn Ifa Jireenyaa"jedhamti
Bakki amma keessa jirru waan nutti xiqqaateef waldaa kana bifa haaraadhaan ijaaruudhaaf Miseensa Waldaa fi Jaarsolii Waldaa wajjin yeroo dheeraadhaaf Mariyannee Tokkummaa Waldoolee Hiwot Lixa Shaggar Wajjinis eeyyama argannee jirra
Haaluma kanaan Waldaa kana bifa haaraatiin ballisnee lafa kaaree 200 irratti ijaaruuf erga mursteessinee booda Ijaarsa kanaaf baasii qarshii 4,000,000 (Miiliyoona afur) akka barbaachisu walii gallee jirra
Haaluma kanaan "loomii 50 nama tokkoof ba'aadha"akkuma jedhan
Namni barreeffama kana argite adaraa bira utuu hin darbiin account waldaa kanaa fayyadamtanii waanuma humna keessanii fi wanta Waaqayyo isin abboomeen waldaa kana akka ijaartan jaalala Kiristoosiin Waamicha ulfinaa kana isiniif qopheessinee jirra
Mana Waaqayyoo keetii bakkuma jirtu teessee yoo ijaarte Waaqayyo ittiin galateeffama
Biyya lafaa kana irratti wanta itti dhamaanee arganne dhiisnee deemuu dandeenya ,horii qabnus wanta faaydaa hin qabne irratti qooda balleessinu ulfina Gooftichaaf seenaa jireenya bara baraaf akka oolu gochuun akka eebbifamtu adaraan kun siif qophaae
Dadhabbii kee Waaqa irratti akka walitti qabattu Mate 6:19-20
Hubachiisa:Koreewwan keenya waliin wanta raawatame gabaasa yeroo yerootti akka isin beeksisan irratti ni hojjenna
Namni kamiyyuu SHARE gochuudhaaf biyya alaaf keessatti akkasumas maatii fi firoottan keessaniin nuuf ga'aa
Acc:-