Jama'aa Tokkummaa Dargaggootaa

Jama'aa Tokkummaa Dargaggootaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jama'aa Tokkummaa Dargaggootaa, Religious organisation, Addis, LA.

Maasha ALLĂH Jazaakumullaahu keeyran ✨️
01/21/2026

Maasha ALLĂH Jazaakumullaahu keeyran ✨️

💚❤️✨️
01/21/2026

💚❤️✨️

Allahu Akbar Keessummoonni Kan Dirree Dhawaa irraa yeroo ammaa kana Nagayaan Galamso gahan.Masgiidul  waliin haa ijaarru...
01/20/2026

Allahu Akbar

Keessummoonni Kan Dirree Dhawaa irraa yeroo ammaa kana Nagayaan Galamso gahan.

Masgiidul
waliin haa ijaarruu

Guyyaan Guyyaa SeenaatiNurraan Hafinaa Wal argaan Masgiidul   haa ta'u. Insha'Allah
01/20/2026

Guyyaan Guyyaa Seenaati
Nurraan Hafinaa Wal argaan
Masgiidul haa ta'u.

Insha'Allah

Joolleen teenya Mirqaana Ajaa'ibaa keessa jirti.Maasha ALLĂH. Hundi Keenya haa Hirmaannuu!Masgiidul
01/20/2026

Joolleen teenya Mirqaana Ajaa'ibaa keessa jirti.
Maasha ALLĂH.

Hundi Keenya haa Hirmaannuu!
Masgiidul

Keessummoota Keenya Simatuuf Haal-dureen barbaachisu hundi xumurame.Qeerroon Teenya jabaadhaa!Keessummoonni Keenya 🙏 "An...
01/20/2026

Keessummoota Keenya Simatuuf Haal-dureen barbaachisu hundi xumurame.

Qeerroon Teenya jabaadhaa!
Keessummoonni Keenya 🙏
"An_Haa_Dhufu" Isiniin jenna

Guyyaan Boruu Guyyaa Seenaan itti dalagamuNurraan Hafinaa Wal argaan Masgiidul   haa ta'u. Insha'Allah
01/20/2026

Guyyaan Boruu Guyyaa Seenaan itti dalagamu
Nurraan Hafinaa Wal argaan
Masgiidul haa ta'u.

Insha'Allah

Guyyaan Guyyaa Seenaati Walargaan Masgiidul
01/20/2026

Guyyaan Guyyaa Seenaati
Walargaan Masgiidul

 :-  Muslimaa Aanaa Habroo fi Naannawa Isii Hundaaf!  Muhaadaraa Guddaan Ijaarsa Masjiida Towfiiq Zoonii Darakkuu Ganda ...
01/20/2026

:- Muslimaa Aanaa Habroo fi Naannawa Isii Hundaaf!

Muhaadaraa Guddaan Ijaarsa Masjiida Towfiiq Zoonii Darakkuu Ganda Hundee Dhaabaa Guyyaa Boruu Roobii Akka Tahe Hin Dagatinaa. Keessummoonni Gurguddoon Sagantaa Kanarratti Afeeraman, Harargee Bahaa Fi Lixarraahis Gamas Qajeelanii Waan Jiraniif, Akkasuma Sagantaan Ganamaan Waan Eegalamuuf; Keessattuu Warri Dudda Darakkuu San Gubbaa Jirtanii fi Naannawa Ganda Hundee Dhaabaa Sanitti Argamtan Hundi Keessanuu Akka Hin Orraafanne Inshaa Allaah Yeroodhaan Achitti Wal Haa Agarruu Isiniin Jenna.

Oduu Gammachisaa  Dhagayaa Wal dhageessisaa   Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi WabarakaatuhuuJiraattotaa Aanaa Habroo ...
01/09/2026

Oduu Gammachisaa
Dhagayaa Wal dhageessisaa

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu
Jiraattotaa Aanaa Habroo Darakkuu/Gandaa Hundee dhaabaa fi Naannawa ish*tti argamtan Hundaaf
Amajjii Guyyaa 13/05/2018 Ganama Muhaadaraa guddoo Sagantaa sassabbii Galii jaarmiya Masgiidul Darakkuu/ Ganda Hundee Dhaabaatti argamu irratti Sheekkanii fi Keessummoonni gurguddoon akkasumas Munashidoonni gara garaa kan isin jaalattan waan irratti argamaniif koottaa Qooda irraa fudhadhaa isiniin janna.
Nama Mana Rabbii Jaare Rabbii Jannata keessatti isaaf Mana Jaara. Saniifuu Qooda irraa fudhaa. Carraa Kana haa fayyadamnuun dhaamsa Keenya.

Ahmad Hussen Abdallah✍️

Oduu Gammachisaa  Dhagayaa Wal dhageessisaa   Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi WabarakaatuhuuJiraattotaa Aanaa Habroo ...
01/08/2026

Oduu Gammachisaa
Dhagayaa Wal dhageessisaa

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu
Jiraattotaa Aanaa Habroo Darakkuu/Gandaa Hundee dhaabaa fi Naannawa ish*tti argamtan Hundaaf
Amajjii Guyyaa 13/05/2018 Ganama Muhaadaraa guddoo Sagantaa sassabbii Galii jaarmiya Masgiidul Darakkuu/ Ganda Hundee Dhaabaatti argamu irratti Sheekkanii fi Keessummoonni gurguddoon akkasumas Munashidoonni gara garaa kan isin jaalattan waan irratti argamaniif koottaa Qooda irraa fudhadhaa isiniin janna.
Nama Mana Rabbii Jaare Rabbii Jannata keessatti isaaf Mana Jaara. Saniifuu Qooda irraa fudhaa. Carraa Kana haa fayyadamnuun dhaamsa Keenya

Address

Addis, LA

Telephone

+251936116533

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama'aa Tokkummaa Dargaggootaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share