Bonex Bons Man Page

Bonex Bons Man Page ข้อมูลการติดต่อ, แผนที่และเส้นทาง,แบบฟอร์มการติดต่อ,เวลาเปิดและปิด, การบริการ,การให้คะแนนความพอใจในการบริการ,รูปภาพทั้งหมด,วิดีโอทั้งหมดและข่าวสารจาก Bonex Bons Man Page, โบสถ์, Gidami, Sing Buri.

12/10/2025

Gooftummaan yesus Addunyaa Hundumaa Mo'eera
Kan Amantan $ 'Eera Jedhaa Darbaa @

11/10/2025

Jesus Coming Son
Halelujah

05/10/2025

Uummata Oromoo Maraaf
Oromoon Maaliif Laga Deemaa
Guyyaa Irrechaa ???

27/09/2025

Egaa ayyaanni Waaqayyoo akka baay'atuuf, cubbuutti jiraachuu itti fufna jennaa ree*? Kun matumaa hin ta'u! Nuyi warri cubbuu jalaa duune, si'achi attamitti cubbuu jala jiraanna ree*? Yookiis nuyi warri Kristos Yesusitti dabalamuudhaaf cuuphamne, du'a isaattis isatti dabalamuudhaaf akka cuuphamne in wallaaltanii ree*? Nuyi cuuphamuudhaan du'a isaatti isatti dabalamnee isaa wajjin awwaalamneerra; Kristos humna abbaa isa ulfina-qabeessaan warra du'an keessaa akkuma kaafame, nus immoo jireenya haaraatti in jiraanna*. *1 3:5-8; 5:20 *2 1Phe 2:24; 4:1 *3 Gal 3:27 *4 Qol 2:12-13; 1Phe 3:21 Akkuma du'a isaatti isaa wajjin walitti dabalamne, akkasuma du'aa ka'uu isaattis isaa wajjin walitti in dabalamna*. Nuyi deebinee garba cubbuu akka hin taanetti, dhagni inni cubbuu hojjetu akka badduu baafamuuf, namummaan keenya inni moofaan isaa wajjin akka fannifame in beekna*. Namni yommuu du'u humna cubbuu jalaa in ba'a. Kristosii wajjin yoo duune garuu, Kristosii wajjin immoo akka jiraannu in amanna*. Kristos warra du'an keessaa erga kaafamee, deebi'ee akka hin duune, duunis si'achi isa irratti gooftummaa akka hin qabne beekna*. Du'a al tokko, waa'ee cubbuutiif du'e; jireenya isaa ammaa immoo Waaqayyoof in jiraata*. Isinis immoo akkasuma akka warra cubbuu jalaa du'anii, karaa Kristos Yesus Waaqayyoof jiraataniitti of lakkaa'aa*! *5 2Xim 2:11; Filp 3:10-11 *6 Gal 5:24; 6:14; Efe 4:22-23 *8 Gal 2:20; Qol 3:3-4 *9 Far 16:10; HoE 2:27; Ibr 7:24; Mul 1:18 *10 Ibr 9:26-28; 1Phe 3:18 *11 6:4,8; 2Qor 5:15; 1Phe 2:24
Roomaa 6:1-11

ที่อยู่

Gidami
Sing Buri

เว็บไซต์

แจ้งเตือน

รับทราบข่าวสารและโปรโมชั่นของ Bonex Bons Man Pageผ่านทางอีเมล์ของคุณ เราจะเก็บข้อมูลของคุณเป็นความลับ คุณสามารถกดยกเลิกการติดตามได้ตลอดเวลา

แชร์

ประเภท