Jireenya Afuuraa

Jireenya Afuuraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jireenya Afuuraa, Evangelical church, Singapore.

22/08/2026

Aadaa hojii keenya fooyyessuu qabna.

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachootti guyyaa dheengaddaa dukkana dawoo godhachuudhaan karaa qindaaheen namoonni Waldaa ...
30/07/2026

Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachootti guyyaa dheengaddaa dukkana dawoo godhachuudhaan karaa qindaaheen namoonni Waldaa Makaane Yesuus Magaalaa Bachootti argamu cabsuun meeshaalee waaqeffannaa fi kanneen biroo hatan to'annoo jala oolanii jiru. Meeshaanis hordoffii uummataa fi qaamolee nageenyaan deebi'ee jira.

Aanaa kana keessatti baruma kana barattooti Yuunivarsiitii Mattuu irraa sagalee waaqayyoo labsuuf deeman magaalaa keessatti tumamanii miidhaan qaamaa irra gahee kan turee fi qaamoleen kana raawwatanis bilisaan gadhiifanii kan turan ta'uun isaa ni yaadatama.

Aanuma kana keessatti irra deddeebiin miidhaan kiristaanotarra ni gaha, Waldaan Kiristaanaas ni gubata akkasumas Kiristaanonni akka lammii 3ffaatti ilaalamu.

Mootummaan aanaa kana irratti xiyyeeffannoo kennee hordofuu qaba. Mirgi amantaa heeraan namaaf kennames kabajamuu qaba. Dhiibbaan kam illee wangeela dhaabuu hin danda'uu hin gowwoominaa. Innoo abiddaa!!!

Godhaa

Baadiyaa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti  WWWMY Colbii (Qixaabir) piroojektii guddaa G+1 kana fakkaatu ijaaraa waan jir...
06/05/2026

Baadiyaa Godina Iluu Abbaa Boor keessatti WWWMY Colbii (Qixaabir) piroojektii guddaa G+1 kana fakkaatu ijaaraa waan jiruuf egaa mana ko kan ijaare mana ittan ijaara jedhee dubbateera kanaaf nus waliin taanee mana waaqayyoo kana haa ijaarru isiniin jenna lakk herrega baanki daldalaa 1000091796377 galatoomaa. Hanga humnaaf dandeettii keessanii hiixachuun mana waaqayyoo waliin haa ijaarru jenna. Eebbifamaa!!!

Address

Singapore

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jireenya Afuuraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share