Stockholm Oromo Christian Church

Stockholm Oromo Christian Church Kontaktinformation, kartor och vägbeskrivningar, kontaktformulär, öppettider, tjänster, betyg, foton, videor och meddelanden från Stockholm Oromo Christian Church, Religiös organisation, Nathorstvägen 44, Johanneshov, Stockholm.

Waldaan Warra Wangeela Oromoo Istookolm tajaajila Hafuuraa ishee Afaan Oromootiin kan geggeeffattuu Fi Hojii Hafuura kan hojjettu akkasumas Oromoota Biyya Kana keessa Jiraatan waliin Hojii Hawaasummaa Fi Gargaarsa Kan Hojjettu dha .

23/05/2026
19/04/2026

Waqeffannaa Sanbataa!

24/12/2025

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha ta’u. Akkuma armaan gaditti argitan dhangaa hafuuraa guyyaa gaafa Sadaasa/Novembe...
05/11/2024

Nagaan Waaqayyoo hunduma keessaniif ha ta’u. Akkuma armaan gaditti argitan dhangaa hafuuraa guyyaa gaafa Sadaasa/November 24 waare booda saati 13-19 tti waldaan warra wangeelaaa Oromoo sweden qopheessitee jirti.

Hundumtuu afeeramtaniittu!

Eebbifamaa!

As Magaala Stockholm Swedenittis Revival Dilbii Galataa Finfinnee irratti bobo'e irraa qaanqeen isaa dhufee guyyaa galat...
07/06/2024

As Magaala Stockholm Swedenittis Revival Dilbii Galataa Finfinnee irratti bobo'e irraa qaanqeen isaa dhufee guyyaa galateeffannaa guddaaa qophaa'ee jira, irraa hin hafamu.

Kottaa waliin haa waaqeffannu hunduu!
15/05/2024

Kottaa waliin haa waaqeffannu hunduu!

Kottaa waliin waaqa guddaa kana waaqessina!

Kottaa waliin waaqa guddaa kana waaqessina!
15/05/2024

Kottaa waliin waaqa guddaa kana waaqessina!

Nagaan waaqayyo bakka jirtan hundumaatti isin faana ha jiraatu!  Waaqayyo nu gargaare saganta keenya Idilee jalqabaa ful...
17/02/2024

Nagaan waaqayyo bakka jirtan hundumaatti isin faana ha jiraatu!

Waaqayyo nu gargaare saganta keenya Idilee jalqabaa fulbaana 17 eeegaluf qophii hundumaa xumurree jirra.

Walitti qabama Tokkumma dargaggoota awurrooppa hundeessudhaaf magaala Stockholm, Sweden sagantaa konfiraansi hafuura tokkummaa waldooti aworooppan qopha’ee ture irratti koree yeroo filachuudhan akka walitti qabamnu waada waliif gallee turre. Kunoo guyyaasaaaf yeroosa eege waaqayyo warra milka’oo nu godheera.

Oddeeffannoo dabalaaf yeroo beeksisa waan qabnuuf guyyaa gaafa saganta kan isin beeksisnu ta’uusafi gara gama marsariiti feesbuukidhanis link armaan gadi cuqaasun nu hordofa:
https://www.facebook.com/share/bgRMRM3dvutqiSjq/?mibextid=9l3rBW

Teessso: Meeting ID: 920 8847 6710
Passcode: ameen
Guyyaa: 17.02 2024
Yeroo : galgala 8 PM (20:00) CET

Anaa dhufu!
Koree irraa

13/10/2023

Dream Together: Husband and wife should dream together. Set goals and dreams and work together to accomplish them. Challenge and encourage each other to excel together. Have a "no spouse left behind" attitude. Whether it is building a home, starting a business or saving for retirement, do it together. When couples make a conscious and deliberate effort to work together to accomplish a single purpose, a team-oriented and mutually satisfying union naturally develops. There should be no greater example of teamwork than a married couple. Turn your marriage into a team and watch God turn an ordinary marriage into a winning team.

"Two are better than one." (Ecclesiastes 4:9)

Conferance hafuuraa guddaa waldaa. Warra wangeelaa oromoo stockholm sweden tokkumma kiristaanota oromoo awuroppaa waliin...
09/08/2023

Conferance hafuuraa guddaa waldaa. Warra wangeelaa oromoo stockholm sweden tokkumma kiristaanota oromoo awuroppaa waliin tahuudhaan qabaata haala hajaa'ibsiisaadhaan sanabata gudda darbe golobame. Footoodhaan sagantichi hanga tokko kana fakkaata ture.

Adress

Nathorstvägen 44, Johanneshov
Stockholm
12137

Öppettider

Onsdag 17:00 - 20:00
Lördag 13:00 - 17:00

Telefon

+46735320672

Webbplats

Aviseringar

Var den första att veta och låt oss skicka ett mail när Stockholm Oromo Christian Church postar nyheter och kampanjer. Din e-postadress kommer inte att användas för något annat ändamål, och du kan när som helst avbryta prenumerationen.

Kontakta Heliga Platser

Skicka ett meddelande till Stockholm Oromo Christian Church:

Dela