25/04/2025
Obboleewwan koo muhaadaraa ardhaa tana sirritti sheer godhaa waliin gahaa baarakallaahu fiikum wabikum.
kijiba ikhwaaniyyoonni amma oofaa jiraniifi kan oofaa turanis salafiyyoota irraa ummata baqachiisuuf kijiba isaan gadi oofan olola isaan oofan kan keessatti ifa baafamuudha, Akkasumas shubuhaanni isaan oofanis..
قال الحسن بن علي -رضي الله عنه-: الطريق واضح ولكن #الهوى فاضـح . الزهد الكبير للبيهقي.
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa