Seenaa sahaabota nabiyyii muhammad-saw

Seenaa sahaabota nabiyyii muhammad-saw "وتعاونو على البر و التقوى"

09/09/2025

منهج السلف الصالح هو منهج منزل معصوم لكن أصحاب المنهج (السلفيون) بشر غير معصوم
Manhaji salafa saalihaa manhaja rabbii biraa ta'eefi dogongora irraa tikfamaadha garuu namni manhaja salafaa kana qabatee jiru (salaffiyyooti) nama dogongora irraa tikfamaa hin taanedha.

"beekumsa diinii islaamaa namaaf qooduun sababaa badiin namaaf dhiifamuuti". sheikh bnu uthaymin.
17/05/2024

"beekumsa diinii islaamaa namaaf qooduun sababaa badiin namaaf dhiifamuuti". sheikh bnu uthaymin.

"Qaanfannaa(saalfii) mataa ofii gadi qabuun yookaan fuula ofii jijjiiruuni miti,qaanfannaa jechuun rabbiin bakka irraa s...
26/03/2024

"Qaanfannaa(saalfii) mataa ofii gadi qabuun yookaan fuula ofii jijjiiruuni miti,qaanfannaa jechuun rabbiin bakka irraa si dhorkee si dhabuudha(bakka rabbi irraa si dhorke irraa fagaatuudha.)"

Rabbi nagaa fi rahmatakee ergamaa rahmataakee irratti buusi! ﷺﷺﷺ
28/07/2023

Rabbi nagaa fi rahmatakee ergamaa rahmataakee irratti buusi! ﷺﷺﷺ

"𝓃𝒶𝓂𝓃𝒾 ℯ𝓇ℊ𝒶 𝓇𝒶𝒻ℯℯ 𝒶𝒷𝒿𝓊𝓊𝓃 𝓃𝒶 𝒶𝓇ℊℯ 𝒹𝒽𝓊ℊ𝒶𝒶𝓉𝓉𝒾 𝒶𝓃𝓊𝓂𝒶 𝒶𝓇ℊℯ,𝓈𝒽𝒶𝓎𝓍𝒶𝒶𝓃𝓃𝒾 𝓈𝓊𝓇𝒶𝒶 𝓀𝒾𝓎𝓎𝒶𝓉𝓉𝒾 ℴ𝒻 𝒻𝒶𝓀𝓀ℯℯ𝓈𝓈𝓊𝓊 𝒽𝒾𝓃 𝒹𝒶𝓃𝒹𝒶'𝓊 "𝓃𝒶𝒷𝒾 𝗺𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱...
22/06/2022

"𝓃𝒶𝓂𝓃𝒾 ℯ𝓇ℊ𝒶 𝓇𝒶𝒻ℯℯ 𝒶𝒷𝒿𝓊𝓊𝓃 𝓃𝒶 𝒶𝓇ℊℯ 𝒹𝒽𝓊ℊ𝒶𝒶𝓉𝓉𝒾 𝒶𝓃𝓊𝓂𝒶 𝒶𝓇ℊℯ,𝓈𝒽𝒶𝓎𝓍𝒶𝒶𝓃𝓃𝒾 𝓈𝓊𝓇𝒶𝒶 𝓀𝒾𝓎𝓎𝒶𝓉𝓉𝒾 ℴ𝒻 𝒻𝒶𝓀𝓀ℯℯ𝓈𝓈𝓊𝓊 𝒽𝒾𝓃 𝒹𝒶𝓃𝒹𝒶'𝓊 "𝓃𝒶𝒷𝒾 𝗺𝘂𝗵𝗮𝗺𝗺𝗮𝗱 𝓉𝓊 𝒿ℯ𝒹𝒽ℯ
𝒶𝒷𝒿𝓊𝓊𝓃 𝒾𝓈𝒶𝒶𝓃 𝒶𝓇ℊ𝓊𝓊 𝓃𝓊 𝒽𝒾𝓃 𝓈𝒽ℴ𝓇ℊ𝒶𝓉𝒾𝓃 𝓎𝒶𝒶 𝒶𝓁𝓁𝒶𝒶𝒽

15/06/2022

assalamualaikum warahmatullaahi wabaratuh
uummata islaamaa bakka hundatti argamtan nagayaan rabbii isin irratti haatau.
"islaamummaan nam tokkoo toluu isaa irraayi wanta Isa hin ilaallanne keessa seenuu dhabuun"
nabi Muhammad
hadiisa sahiha abaa hurayraati

01/05/2022

🇪 🇮 🇩 🇲 🇺 🇧 🇦 🇷 🇦 🇰
🇮 🇮 🇩 🇲 🇺 🇧 🇦 🇦 🇷 🇦 🇰
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
عيد مبارك ........ عيد سعيد

ᏦᎪΝ ᏴᎪᎡᎪΝᎪᎪ ᏦᎪΝ ᏴᎪᎡᎪ ᎬᏀᎬᎡᎬᎬ ᎡᎪᏴᏴᏆ ΝႮ ᎻᎪᎪ ᏀϴᎠᎻႮ

13/03/2022

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
𝗷𝗶'𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶𝗻 𝘂𝘂𝗺𝗲 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗶𝗻𝗻𝗶 𝗶𝗿𝗿𝗮 𝗸𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗺𝗮𝗮,𝗯𝗮𝗿𝗮𝗸𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗺𝗮𝗮 𝘁𝗮'𝗲 𝗸𝗮𝗻 𝗻𝗮𝗺𝗻𝗶 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗼𝗼𝘁𝘁𝗮𝗻 𝗷𝗶𝗮 𝘀𝗮𝗻 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗻 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝘁𝗼𝗸𝗸𝗼 𝗸𝗮𝗻(𝗵𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻)𝗶𝘀𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝘆𝗼𝗼 𝗮𝗹𝗹𝗮𝗮𝗵𝗶𝗻 𝗶𝘀𝗮 𝗾𝘂𝘂𝗻𝗻𝗮𝗺𝗲 𝗱𝘂𝗻𝘆𝗮𝗮 𝗮𝗮𝗸𝗵𝗶𝗿𝗮𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮𝘆𝘂𝘂 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗮𝘂 𝗾𝗮𝗯𝗮𝘁𝗲𝗲 𝗷𝗶'𝗶 𝗿𝗮𝗯𝗯𝗶𝗶 𝗸𝘂𝗻 𝗳𝘂𝘂𝗹𝗮 𝗮𝘀 𝗻𝘂𝘁𝘁𝗶 𝗱𝗲𝗲𝗯𝗶𝗲.
𝘆𝗮𝗮 𝗮𝗹𝗹𝗮𝗵 𝗷𝗶𝗮 𝘀𝗮𝗻𝗶𝗶𝗻 𝗻𝘂 𝗴𝗮𝗵𝗶 𝗴𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮𝗳 𝗵𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻 𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗸𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝗶𝗹𝗹𝗲𝗲 𝗸𝗵𝗮𝘆𝗿𝗶𝗶 𝗻𝘂𝘂𝗳 𝗹𝗮𝗮𝗳𝗳𝗶𝘀𝗶.
اللهم بلغنا رمضان..... آمين آمين يارب

02/09/2021

𝓃𝒶ℊ𝒶𝒶𝒻𝒾 𝓇𝒶𝒽𝓂𝒶𝓃𝓃𝒾 ℯ𝓇ℊ𝒶𝓂𝒶𝒶 𝒶𝒶𝓁𝒶𝓂𝒶𝒶 𝒾𝓇𝓇𝒶 𝒽𝒶𝒶 𝒿𝒾𝓇𝒶𝒶𝓉𝓊
صلى الله عليه وسلم

17/06/2021

𝓎𝒶𝒶 𝓌𝒶𝓇𝓇𝒶 𝒶𝓁𝓁𝒶𝒶𝒽𝒾𝓉𝓉𝒾 𝒶𝓂𝒶𝓃𝓉𝒶𝓃𝒾𝒾 𝖔𝖇𝖘𝖆𝖆 𝖋𝖎 𝖘𝖆𝖑𝖆𝖆𝖙𝖆𝖆𝖓 𝖔𝖋 𝖌𝖆𝖗𝖌𝖆𝖆𝖗𝖘𝖎𝖘𝖆𝖆..
𝒶𝓁𝓆𝓊𝓇'𝒶𝒶𝓃

عيد مبارك وكل عام وانتم بخير
12/05/2021

عيد مبارك وكل عام وانتم بخير

اللهم تقبل صيامناوقيامنا وتلاوتنا........
28/04/2021

اللهم تقبل صيامناوقيامنا وتلاوتنا........

Address

Mecca

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa sahaabota nabiyyii muhammad-saw posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Seenaa sahaabota nabiyyii muhammad-saw:

Share