International Evangelical Church of Oromia - WWWOA

International Evangelical Church of Oromia - WWWOA To expand the kingdom of God in these End Time.

Welcome to our Sunday service.Sagantaa Dilbataatti dhiyaadha.Kunoo, Waaqayyohumna isaatiin ol ol kaafameera,barsiisaan a...
30/08/2024

Welcome to our Sunday service.
Sagantaa Dilbataatti dhiyaadha.

Kunoo, Waaqayyo
humna isaatiin ol ol kaafameera,
barsiisaan akka isaatii eenyu ree

M. Iyoob 36:22

Sagantaa Dilbataa | Sunday ServiceGara mana Waaqayyoo dhaqna!yeroo anaan jedhanitti, ani nan gammadeFaar 122:1
30/06/2024

Sagantaa Dilbataa | Sunday Service

Gara mana Waaqayyoo dhaqna!
yeroo anaan jedhanitti, ani nan gammade

Faar 122:1

12/11/2023

3 Gaarummaa kee argachuun, jireenya ani amma jiraadhu irra in wayya, kanaafis arrabni koo si jajata;

4 ani hamman jirutti sin galateeffadha, harka koo ol qabees maqaa kee nan waammadha. 5 Lubbuun koo akka waan ani coomaa fi dhuka nyaadheetti in quufti, afaan koo arraba ililleetiin si jajata. 6 Lafa ciisicha kootti sin yaadadha, yeroon ilaalaa bulus waa'ee kee nan yaada;

7 ati gargaarsa anaaf taateetta, gaaddisa bobaa kee jalattis sagalee gammachuu nan dhageessisa; 8 lubbuun koo sitti in maxxana, harki kee mirgaas qajeelchee ol na qaba.

Faar 63:3-7

01/05/2023

¹⁴ Yesus immoo, "Lakkisaa mucoolii dhiisaa, gara koo dhufuu isaan hin dhowwinaa! Mootummaan waaqaa warra akkasiitiif in ta'a" jedhe. ¹⁵ Yesus harka isaa ma...

Address

Nairobi

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when International Evangelical Church of Oromia - WWWOA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to International Evangelical Church of Oromia - WWWOA:

Share