GAMME PAGE

GAMME PAGE LUBA BAASA
KATTAA JABAA
(2)

Congratulations πŸŽ‰ familyπŸ₯°
23/05/2026

Congratulations πŸŽ‰ familyπŸ₯°

 !πŸ™πŸ˜ͺπŸ˜ͺ  Adaraa==============●●●●●●============  jedhamu.Lubni Tamasgeen kan dhalatan godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Qilxu K...
23/05/2026

!πŸ™πŸ˜ͺπŸ˜ͺ
Adaraa
==============●●●●●●============
jedhamu.Lubni Tamasgeen kan dhalatan godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Qilxu Kaarraa ganda Igguu Bochii jedhamutti dhalatan.Abbaa ijoollee Afurii,isaanis dhiira sadiif abbaa dubara tokkooti.Bakka itti dhalataniif naannoo sana guutuu keessa xinnummaa isaaniitii kaasanii,baddaaf gammoojjii bu'anii,wangeela lallabaa turan.

Haa ta'u malee ammas itti fufanii hojii wangeelaadhaaf gara godina jimmaa aanaa Oomoo Naaddaa jedhamu,bara haalli waaqessuun ulfaachaa ture keessaa kaasanii hamma har'aatti Waldaa Makkana Yesuus Oomoo Naaddaatti Luba ta'anii yeroo dheeraadhaaf utuu tajaajilaa jiranii,dhibee waliin isaa hin beekamneen bara 2017 kaasanii dhukkubsachuu irraan kan ka'e qabeenya qaban Hospitaala Jimmaatti baasaa turan.

Ta'us hanga har'aatti fooyyee tokko hin argisiifne,inumaa Hospitaalli Jimmaa qorannoo gadi fagoo gochuu isaanii irraan kan ka'e,akka qorannoon mirkanaa'etti yeroo ammaa akka isaan qabamanii jiran mirkaneesse.Kana irraan kan ka'e kun humna keenyaa ol,baasii guddaas waan isin gaafatuuf gara Finfinneetti Referi isiniif kennina,achi deemaa yaalladhaa waan jedhaniif,maatiin immoo Qarshii kana waan hin qabneef adaraa keessan namoonni post kana argitan,isa jalqabaa Waaqayyoon akka isaaniif kadhattan kana malees deggersa barbaachisu maallaqa keessaniin akka cina dhaabattan jaalala waaqayyoon isin gaafanna.Asumaan illee dhaabbata gargaarsa garaagaraatti share akka nuuf gootan isiniin jenna jaalala gooftaan.

Namoonni isin yaachisee bira dhaabachuu barbaaddan,account armaan gadii irratti gumaacha keessan akka gootan isiniin jenna.

●
1000302830154 Temesgen Gerba Dunfa
●
1036000088267 Temesgen Gerba Dunfa

lak.bil. 0924995775

lak.bilbila mucaa isaanii immoo
0952773129


*


=======================

23/05/2026

πŸ₯ΊπŸ”₯

Waanuma Konkolaataa keessatti argaa jirtu barreessii darbiπŸ™Wow
22/05/2026

Waanuma Konkolaataa keessatti argaa jirtu barreessii darbiπŸ™
Wow

πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ
22/05/2026

πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

πŸ˜β€οΈπŸ†

21/05/2026

Eebba akka tasaa malee
Balaan akka tasaa si hin argatu.
Ameen jedhii barreessi!

Hojiin harkasaa akkamalee kan bareedu  Naqamteetti muziqaa faarfannaa ajaahibaa hojjetaa jiraFaarfatoonni keenya itti ga...
21/05/2026

Hojiin harkasaa akkamalee kan bareedu
Naqamteetti muziqaa faarfannaa ajaahibaa hojjetaa jira

Faarfatoonni keenya itti gargaaramaa
Call +251949211163
Eebbifamaa

Waaqayyo gaafuma sana halkan isatti mul'atee, β€œAni Waaqayyo isa kan abbaa kee Abrahaam; ani sii wajjinan jira, ati immoo...
20/05/2026

Waaqayyo gaafuma sana halkan isatti mul'atee, β€œAni Waaqayyo isa kan abbaa kee Abrahaam; ani sii wajjinan jira, ati immoo hin sodaatin! Garbicha koo Abrahaamiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baay'isa!” jedhe.

Umama 26:24 AMMEN πŸ™

20/05/2026

αˆ™αˆ½αˆ«α‰½ αŠ₯α‹¨αˆ±αˆ΅ αŠ“αα‰€αˆ…αŠ“αˆ α‰ΆαˆŽ αŠ“αˆαŠ•πŸ™πŸ™πŸ™

Address

Nairobi

Telephone

+254793687776

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when GAMME PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to GAMME PAGE:

Share