Oromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN

Oromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN We worship the almighty God in Afaan Oromoo. We preach the Gospel of Jesus Christ to the world. We reach out to the unreached. God bless.

Holy CommunionMarch 01|20262:30pmWaldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii Luther plaza, nyerere rd
28/02/2026

Holy Communion
March 01|2026
2:30pm
Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii
Luther plaza, nyerere rd

What a song!🥰🥺
07/10/2024

What a song!🥰🥺

Achitti wal in argina - Faarfattoota Waldaa Tokkummaa Kiristaanota Oromoo Naayiroobii.1Tasaloniiqee 4¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹³ Obboloota nana! Akka namoota abdii hin qabn...

https://youtu.be/0rN0dMI97II
20/09/2024

https://youtu.be/0rN0dMI97II

Na fuudhee deema - Seenaa Gammachiis fii Faarfattoota Waldaa Amantoota Oromoo NaayiroobiiFulbaana/September 8, 2024Muuziqaa: Araaraa AlamaayyooWaraabbii fii ...

Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Faarfannaa Waaqeffannaa Faarfattoota Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii tiin hoj...
14/07/2024

Nagaan Waaqayyoo isiniif haa baay'atu! Faarfannaa Waaqeffannaa Faarfattoota Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii tiin hojjetame kanaan eebbifamaa! Youtube Channel waldaa keenyaas subscribe gochuun tamsaasa waldaa keenyaa gama Youtube tiin akka hordoftan isin yaadachiisna! Hiriyoota keessaniifis qooduu hin dagatiinaa!🙏

Yeroo hundumaa - Gurmuu Faarfattoota Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii (Oromo Christian Fellowship of Nairobi Choir) - 2023

Sagantaa Waaqeffannaa Waxabajjii 30, 2024Waldaa Amantoota Oromoo NaayiroobiiOromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN...
04/07/2024

Sagantaa Waaqeffannaa Waxabajjii 30, 2024
Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii
Oromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN
Yoh. 8
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁷ Isaan garuu ittuma dabalanii waan isa gaafataniif, Yesus ol jedhee, "Isin keessaa namni cubbuu hin qabne, duraan dursee dubartii kanatti dhagaa haa darbatu" isaaniin jedhe.
⁸ Kana booddee ammas gad jedhee lafatti caafe.
⁹ Isaan kana dhaga'anii, jaarsoliidhaa hamma warra kaaniitti tokko tokkoon ba'anii adeeman; Yesusin kophaatti dhiisan; dubartittiinis achuma dhaabattee hafte.
¹⁰ Yommus Yesus ol jedhee, "Dubartii nana, meerree isaan? Namni tokko illee firdii si irratti hin raawwannee?" isheedhaan jedhe.
¹¹ Isheen immoo, "Tokko illee, gooftaa ko" jettee deebifteef; kana irratti Yesus, "Egaa anis sitti hin faradu, dhaqi ammaa jalqabdee cubbuu hin hojjetin!" isheedhaan jedhe.]

27/03/2024

Sagantaa Waaqeffannaa Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii tamsaasa kallattii dhaan seenaatii hirmaadhaa!
link (ceesistuu) armaan gadii tuquun seenaa!

Address

Nairobi
Maragwa
00100

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Oromo Christian Fellowship in Nairobi - OCFN:

Share

Category