Qulqulleettii koo Maariyam

Qulqulleettii koo Maariyam Don't lose hope you never know what tomorrow will bring!

09/09/2022

BARRI 2015 KAN JAALALAA,KAN EEBBAA,KAN ITTI MILKOOFNU, KAN GAMMACHUU, KAN NAGEENYAA NUUF HAA TA'U!

09/09/2022

² Kunoo, namichi lamxaa'aan tokko gara isaa dhufee, fuula isaa durattis jilbeenfatee, "Yaa gooftaa! Fedha kee yoo ta'e na qulleessuu in dandeessa" jedheen.
³ Yesus hiixatee qabee, "'Fedheera, qullaa'i!" jedheen; achumaanis lamxiin isaa isa irraa qullaa'e.
⁴ Yesus, 'Beekkadhu, waan tokko illee namatti hin himin! Garuu dhaqii luba of ilaalchisi, fayyuun kee hundumaatti haa mul'atuuf akka Museen abboometti kennaa kee dhi'eessi!" ittiin jedhe.
Mat 8:2-4

26/08/2022

Kidaanemihret nan dagatiinii yoona ga'eera araara keetiini!

22/08/2022

¹¹ Kunoo, amma ganni darbeera, bokkaan caameera, sokkeeras;
¹² daraaraan bakkee keessatti
argameera, yeroon weedduus ga'eera, sagaleen gugees biyya keenya keessatti dhaga'ameera;
¹³ mukti harbuu ija godhachuu jalqabeera, mukti wayniis daraaree urgaa'eera, yaa hiriyee koo, miidhagduu koo, ka'ii na bira kottu!' naan jedhe.
Wed 2:11-13

21/08/2022

Baga Geessan, geenye!

13/08/2022

“Foon koo kan nyaatu, dhiiga koos kan dhugu ana keessa in jiraata, anis isa keessa nan jiraadha.”
Yoh. 6:56

06/08/2022

BAGA SOOMA FILSATAA GEENYE, GEESSAN!

06/08/2022

“Ergamaan qulqulluu Gabri'eel isheetti mul'atee,"Waaqayyo gooftaan sii wajjin jira'oo, nagaan siif haa ta'u, yaa ayyaana-qabeettii!" ittiin jedhe.”
Luq. 1:28

KAN BARANAAN NU GA'E GAMMACHUUN, JAALALAAN,NAGEENYAA FI EEBBAAN TIKSEE BARA EGEREEN NU HAA GA'U.
25/07/2022

KAN BARANAAN NU GA'E GAMMACHUUN, JAALALAAN,NAGEENYAA FI EEBBAAN TIKSEE BARA EGEREEN NU HAA GA'U.

25/07/2022

BAGA AYYAANA WAGGAA ERGAMAA QULQULLUU GABRI'EL GEESSAN, GEENYE. AMEEN!

11/07/2022

BAGA GEESSAN, KAN BARANAAN NU GA'E KAN EGEREEN NU HAA GA'U. AMEEN!

EEGUMSI ERGAMAA QULQULLUU GABRI'EEL NURRA HAA BULU. NAGAAN OOLAA! AMEEN.
26/06/2022

EEGUMSI ERGAMAA QULQULLUU GABRI'EEL NURRA HAA BULU.
NAGAAN OOLAA! AMEEN.

Address

Guanqu
Reading
-

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qulqulleettii koo Maariyam posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category