Sagalee Misiraachoo Dhugaa

Sagalee Misiraachoo Dhugaa Farfannaafi sagalee waaqayyoo namootni irraa barataanafi abdii kennuufi danda'u qofa maxxaansudha.

“Namni ilma Waaqayyootti amanu, jireenya bara baraa qaba; ilma Waaqayyoof kan hin abboomamne garuu jireenya hin argatu, dheekkamsa Waaqayyootu isa irratti hafa malee" jedhe.”
— Yoh. 3:36

15/05/2026
12/05/2026

Ameen Ameen

05/05/2026

Akkam namaati toluu.

21/04/2026

Waaqayyo Calluma hin jedhuu!!!!!!
(Raji Isa:62:1.
(1) ,waa,ee kee call hin jedhuu.
√waa,ee hojii kee.
√waa,ee gaffii kee.
√waa,ee mana kee.
√ waa,ee jirrenyaa kee.
√ waa,ee ga,ella kee.
√ waa,ee mattii kee.
√ waa,ee dhukkubba kee.
√ waa,ee rakkinaa kee.
√ waa,ee iyyaa kee.
√ waa,ee biyyaa kee.
√ waa,ee boichaa kee.
√ waa,ee yaddoo kee.
√ waa,ee naannoo kee.
√ waa,ee sabba kee.
√ waa,ee karoraa kee.
√ waa,ee gadii qabamu kee.
√ waa,ee cunqurfamuu kee.
Sera Ba,u:3:7-8
{Sera Ba,u 1::12
Macf Aster:__4:13_14

23/03/2026

Waaqayyo nu fayyisee isaaf akka qulqulloofnuuf nu waame; nu waamuun isaas akka akeeka isaatii fi akka ayyaana isaa isa durii durii jalqabee karaa Kristos Yesus nuuf kenneetti malee, akka hojii keenyaatti miti.
2 Ximotewos 1:9

  CIISICHAA SEENAN!▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif h...
15/03/2026

CIISICHAA SEENAN!
▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰▰
▣Abbaa manaa fi haadha manaatu yaada tokkorratti wal lolu. Ergasii utuu dhiifama waliif hin godhiin kutaa ciisichaa seenu. Lamaan isaaniyyuu eenyu dursee akka dhiifama gaafatu wal eegan.

▣ Borumtaa abbaan manaa lafa hojiitti Wal gahii qaba ture. duraan haadha manaatu 'yeroon sitti gahee ka'i' jedhee hirriiibaa dammaksa. Amma garuu Wal mufatan.

▣Kanaaf abbaan manaa 'boru Wal gahiin qabaa saa'atii 11: 00 tti na kaasi'' jechuu barbaade.
Garuu dursee itti dubbachuu hin barbaadne.
Kanaaf waraqaa irratti boru wal gahiin qabaati saatii 11: 00 tti na kaasi'' jedhee barreessee siree irra kallatti isheen ciistuun kaa'e.

▣Ganama abbaan manaa hirriiibaa yoo ka'u saa'atiin 3:00 ta'eera.
Innis baay'ee aaree, of cina yoo ilaalu waraqaa arge. Yoo dubbisuu "saatii 11: 00 ta'eera ka'i'' jedha. Innis "osoo galgala itti dubbadhe ta'e" maal qaba?'' jedhee gaabbiin of waxalee.

▣ Kana gidduutti waahilli ( hiriyaan waajjira tokko keessa wajjin hojjetan) bilbila haadha manaa isaa irratti bilbilee " Tolaan jedhama, bilbilli abbaa manaakee hin hojjetu, har'a wal gahii irraa maaliif hafe? xumura wal gahichaa irratti durgoo fi carraa torbee tokkoof biyya faransaay deemanii maatii waliin bashannanuu akka qabu amma nutti himani, carraan sii fi abbaa manaa kee darbuun hin qabu turee" jedheen .

▣Ishiiniis baay'ee aartee, "osoon dursee itti dubbadheera ta'ee carraan kun nun darbu ture" jettee gaabbiin quba of nyaachuutti kaate.

◈Asirratti waantti hubatamu
▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱▱
Bara jiraattu keessatti 'DHIIFAMAAF' garaa bal'aa qabaachuun gaabbii hin darbine hambisa. Boqonnaa sammuu namaaf kenna. Kanaaf har'uma, nama itti gadditeef dursii dhiifama godhiif. Maaltu beeka sababa jibba kanaa eebbi siduraa qabame jira ta'a.

12/03/2026

Nan_Deema_Itti_Jabaataa

🛐𝐆𝐀𝐑𝐀𝐀 𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐍𝐀𝐍 𝐈𝐋𝐀𝐋𝐀𝐀 “Gara isaa ilaalaa,fuulli keessanis haa ifu! Deebitaniis qaaniidhaan lafa hin ilaaltan.”🙏Far 34:5...
29/01/2026

🛐𝐆𝐀𝐑𝐀𝐀 𝐈𝐒𝐀𝐀 𝐍𝐀𝐍 𝐈𝐋𝐀𝐋𝐀𝐀
“Gara isaa ilaalaa,fuulli keessanis haa ifu! Deebitaniis qaaniidhaan lafa hin ilaaltan.”🙏
Far 34:5
𝘨𝘢𝘳𝘢 𝘦𝘯𝘺𝘶 ? 𝘨𝘢𝘳𝘢 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘸𝘢𝘯 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘶𝘮𝘢𝘢 𝘨𝘰𝘤𝘩𝘶𝘶 𝘥𝘢𝘯𝘥𝘢.𝘶𝘶 .𝘨𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘸𝘢𝘢𝘲𝘢𝘺𝘺𝘰𝘰 𝘪𝘭𝘢𝘢𝘭𝘢𝘢
𝘨𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘪𝘭𝘢𝘢𝘭𝘢𝘢𝘯𝘪 𝘥𝘦𝘦𝘣𝘪.𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘲𝘢𝘯𝘪𝘥𝘩𝘢𝘯 𝘭𝘢𝘧𝘢 𝘪𝘭𝘢𝘭𝘶𝘶𝘯 𝘩𝘪𝘯 𝘫𝘪𝘳𝘶𝘶 𝘸𝘢𝘢𝘯 𝘵𝘢.𝘦𝘦𝘧
🙇‍♀️𝘙𝘢𝘬𝘪𝘯𝘯𝘪𝘪 𝘋𝘩𝘪𝘱𝘪𝘯𝘯𝘪𝘪 𝘓𝘰𝘭𝘭𝘪𝘪 𝘤𝘦𝘱𝘩𝘰𝘰𝘯 𝘰𝘧 𝘩𝘢𝘳𝘬𝘢 𝘥𝘩𝘢𝘣𝘶𝘯 𝘲𝘶𝘭𝘢𝘢 𝘵𝘢.𝘶𝘶𝘯 𝘣𝘦𝘭𝘪𝘪 𝘥𝘢𝘳𝘶𝘶𝘯 .𝘸𝘢𝘯𝘵𝘪𝘪 𝘬𝘢𝘮𝘪𝘺𝘺𝘶𝘶 𝘺𝘰𝘰 𝘫𝘪𝘳𝘢𝘵𝘦𝘦 .𝘙𝘢𝘬𝘬𝘰𝘰 𝘸𝘢𝘭𝘹𝘢𝘹𝘢𝘢 𝘵𝘢.𝘦𝘦 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘶𝘮𝘢𝘢 𝘬𝘦𝘦𝘴𝘴𝘢𝘢 𝘣𝘢𝘩𝘶𝘶𝘧 𝘧𝘢𝘭𝘢𝘢 𝘵𝘰𝘬𝘬𝘰𝘰 𝘲𝘰𝘧𝘢𝘢 𝘲𝘢𝘣𝘯𝘢𝘢 𝘐𝘯𝘯𝘪𝘴 𝘿𝙖𝙢𝙢𝙖𝙦𝙣𝙚𝙚 𝙝𝙖𝙧𝙠𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙣𝙮𝙖 𝙞𝙮𝙚𝙨𝙪𝙨𝙞𝙩𝙞 𝙠𝙚𝙣𝙖𝙘𝙝𝙪𝙪 .𝙙𝙖𝙢𝙢𝙖𝙦𝙣𝙚 𝙜𝙖𝙧𝙖𝙖 𝙞𝙨𝙖𝙖 𝙞𝙡𝙖𝙡𝙪𝙪 .𝙮𝙖𝙙𝙖𝙖 𝙠𝙚𝙣𝙮𝙖𝙖 𝙞𝙮𝙚𝙨𝙪𝙨 𝙞𝙧𝙖𝙖 𝙠𝙖.𝙖𝙘𝙝𝙪𝙙𝙝𝙖𝙖. Gafaa sanaa wanti inii nutii akka rakkotii ilaluu hunduu rakkoo hin jiredha..𝐢𝐲𝐞𝐬𝐮𝐬 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐳𝐢𝐫𝐨𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚✓✓✓✓✓✓
~𝘈𝘵𝘵𝘪𝘪 𝘨𝘢𝘳𝘶𝘶 𝘥𝘢𝘮𝘢𝘲𝘲𝘪𝘪 𝘨𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘪𝘭𝘢𝘭𝘭𝘪𝘪
✓𝘋𝘶𝘣𝘣𝘪 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘥𝘩𝘢𝘨𝘦𝘧𝘢𝘤𝘩𝘶𝘥𝘩𝘢𝘧𝘪𝘴 𝘨𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘪𝘪 𝘪𝘴𝘢𝘵𝘵𝘪 𝘨𝘶𝘳𝘢𝘢 𝘬𝘦𝘦 𝘲𝘢𝘣𝘣𝘪𝘪 𝘴𝘢𝘨𝘢𝘭𝘭𝘦𝘦 𝘪𝘴𝘢𝘢𝘢 𝘥𝘩𝘢𝘨𝘦𝘧𝘢𝘥𝘩𝘶𝘶 .𝘴𝘢𝘨𝘢𝘭𝘦𝘦 𝘪𝘴𝘢𝘴 𝘥𝘶𝘣𝘣𝘪𝘧𝘢𝘤𝘩𝘶𝘥𝘩𝘢𝘧𝘪𝘴 𝘢𝘳𝘪𝘧𝘢𝘥𝘩𝘶𝘵𝘵𝘪 𝘸𝘢𝘯𝘨𝘦𝘭𝘭𝘢 𝘬𝘢𝘯𝘢 𝘧𝘶𝘥𝘩𝘢𝘥𝘩𝘶𝘵𝘪𝘪 𝘺𝘢𝘥𝘢𝘢 𝘵𝘢𝘴𝘨𝘢𝘣𝘪𝘯 𝘥𝘶𝘣𝘪𝘧𝘢𝘥𝘩𝘶𝘶.📖 𝘥𝘩𝘶𝘨𝘢𝘢 𝘸𝘢𝘢𝘲𝘢𝘺𝘺𝘰𝘵𝘵𝘪 deebitee qanidhan lafa hin ililalttuu
↪ 📖𝘐𝘯𝘪𝘪 𝘴𝘪𝘪 𝘫𝘢𝘭𝘢𝘢 𝘣𝘰𝘫𝘪.𝘢𝘮𝘦 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘶𝘮𝘵𝘶𝘶 𝘴𝘢𝘴𝘢𝘣𝘢𝘮𝘦𝘦 𝘨𝘢𝘳𝘢𝘢 𝘬𝘦𝘵𝘵𝘪 𝘯𝘪𝘪 𝘥𝘦𝘣𝘪.𝘢𝘢
↪📖𝘎𝘢𝘧𝘧𝘪𝘪𝘯 𝘬𝘦𝘦 𝘩𝘶𝘯𝘥𝘶𝘮𝘵𝘶𝘶 𝘥𝘦𝘣𝘣𝘪𝘪
↪📖𝘏𝘪𝘱𝘩𝘰𝘰𝘯 𝘬𝘦𝘦 𝘩𝘪𝘬𝘢𝘢
↪📖 𝘕𝘢𝘨𝘢𝘢𝘯 𝘬𝘦𝘦 𝘥𝘢𝘤𝘩𝘢𝘢
↪📖𝘉𝘰.𝘪𝘤𝘩𝘪𝘪 𝘬𝘦𝘦 𝘬𝘰𝘭𝘧𝘢𝘢
↪📖𝘎𝘢𝘥𝘥𝘪𝘪 𝘬𝘦𝘦 𝘨𝘢𝘮𝘢𝘤𝘩𝘶𝘶𝘯
↪ 📖𝘎𝘢𝘮𝘢𝘤𝘩𝘶𝘯 𝘬𝘦𝘦 𝘥𝘢𝘯𝘨𝘢 𝘩𝘪𝘯 𝘨𝘰𝘥𝘩𝘢𝘵𝘶𝘶
𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢𝘯 𝘨𝘢𝘮𝘢𝘤𝘩𝘶𝘶
↪📖𝘋𝘶𝘸𝘸𝘢𝘯 𝘬𝘦𝘦 𝘨𝘶𝘵𝘶𝘶 𝘨𝘶𝘵𝘵𝘶𝘶
↪📖𝘋𝘶𝘬𝘢𝘯𝘪𝘪 𝘬𝘦𝘦 𝘪𝘧𝘢𝘢 𝘬𝘪𝘳𝘴𝘵𝘰𝘴 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘨𝘶𝘥𝘢𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢𝘯 𝘫𝘪𝘪𝘳𝘢𝘵𝘵𝘶 𝘪𝘴𝘢𝘢 𝘯𝘢𝘮𝘢𝘳𝘢 𝘩𝘪𝘯 𝘥𝘩𝘢𝘮𝘯𝘦 𝘬𝘦𝘴𝘴𝘢𝘢 𝘨𝘢𝘭𝘵𝘦𝘳𝘵𝘢𝘢
↪ 📖📖 𝘓𝘶𝘣𝘣𝘶𝘶𝘯 𝘬𝘦e 𝘣𝘰𝘰𝘲𝘲𝘰𝘯𝘯𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘣𝘢𝘳𝘢 𝘨𝘰𝘯𝘧𝘢𝘵𝘦𝘳𝘵iii!!
➛ Ati garuu wanta waqayyoo birati fudhatama qabuu hunda bira ga.uuf dammaqi!
➛ Wanta yaadde kamittillee dammaqi!
➛ Karooraa fi kaayyoo keetti dammaqi!
➛ Tajaajila keetti dammaqi!
➛ Mulatta kettii dammaqi!
Nii dhufaa garaa keee
Akkaa dammaqnu goftan nu haa gargaaru. Jabadha««......Kanaaf,"Ati yaa isa raftuu, dammaqi! warra du'aan keessaa
ka'i,
Efe 4.14:15 𝐞𝐛𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐦𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐛𝐛𝐢𝐟𝐟𝐚𝐦𝐚𝐚𝐚✓✓

Adresse

Lyon

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Sagalee Misiraachoo Dhugaa publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter Le Lieu De Culte

Envoyer un message à Sagalee Misiraachoo Dhugaa:

Partager