Nagesso Wongeelii anafi

Nagesso Wongeelii anafi Hamaami figduus Abdii hin kuutaatin

mucayoo tanaa ishee biraa nuf gessaa
08/07/2026

mucayoo tanaa ishee biraa nuf gessaa

"Milkaa'inni hojii guddaa tokkoo osoo hin taane, hojii xixxiqqaa guyyaa guyyaan hojjetamu irraa dhalata."
25/06/2026

"Milkaa'inni hojii guddaa tokkoo osoo hin taane, hojii xixxiqqaa guyyaa guyyaan hojjetamu irraa dhalata."

17/06/2026

With Dr Berry Dubiso Health Consultancy – I just got recognized as one of their top fans!

Hallii ammaa kessaa jirtuu sif abdii kuttanaa taa,uu danda,aa Amuma yaddaa  abdii kutanaa kessaa bayitii      Diina keet...
11/06/2026

Hallii ammaa kessaa jirtuu sif abdii kuttanaa taa,uu danda,aa Amuma yaddaa abdii kutanaa kessaa bayitii
Diina keetiif akkaa abdii kutatee osoo hin tanee affoo kee abdiin gudaan akkaa jiruu itii him tolee tolee jedhii kaa

worroon hamaaf hamituu kee yadaan ituumaa haa yadaani dhisi         Atiin garuu funduraa kee qofaa ilaali abdiin jiraat
31/05/2026

worroon hamaaf hamituu kee yadaan ituumaa haa yadaani dhisi
Atiin garuu funduraa kee qofaa ilaali abdiin jiraat

facaasi;Eegi;Guddisi     wontoonni gurguddoon yeroo fudhatuti      obsaan eegii!!!milkaa,inaa gutaa argatuuf jirtaat
29/05/2026

facaasi;Eegi;Guddisi
wontoonni gurguddoon
yeroo fudhatuti
obsaan eegii!!!
milkaa,inaa gutaa argatuuf jirtaat

kaayyoo kee irraati cichi milkaa'inii kee cichominaa kee kessaa  jirtii              Kaanafuu murteesii
27/05/2026

kaayyoo kee irraati cichi milkaa'inii kee cichominaa kee kessaa jirtii
Kaanafuu murteesii

Oso bekkaan gowaa ta'uun waan heduu namaa barsisaa    osoo bekkanuu hubaa wojiin jetee sareen
25/05/2026

Oso bekkaan gowaa ta'uun waan heduu namaa barsisaa
osoo bekkanuu hubaa wojiin jetee sareen

Address

Ziway

Telephone

+251930762410

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nagesso Wongeelii anafi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share