FOCUS Hawassa University Awada Campus Student Fellowship

FOCUS Hawassa University Awada Campus Student Fellowship Focus Hawaasaa university Awada campus ijoollee waaqayyo gidduutti kabajamu.

ሰላም የተወደዳችሁ ቅዱሳን ታላቅ የአምልኮ ድግስ እና በልዩ ልዪ ፕሮግራሞች ያሸበረቀ በቀን 10 እለተ ቅዳሜ የ  GC worship night  በ FOCUS fellowship የተዘጋጀ ሲሆን  ...
08/05/2024

ሰላም የተወደዳችሁ ቅዱሳን ታላቅ የአምልኮ ድግስ እና በልዩ ልዪ ፕሮግራሞች ያሸበረቀ በቀን 10 እለተ ቅዳሜ የ GC worship night በ FOCUS fellowship የተዘጋጀ ሲሆን ሁላችንም በእዚህ ፕሮግራም በመገኘት አምላካችን እና ጌታችን የሆነውን በአንድነት እንድናመልክ በጌታ ፍቅር ተጋብዛችኋል።
ሰአት: - 11:30
ቦታ:- መካነ ኢየሱስ

NOTE=- 2ኛ፤3ኛ እና 4ኛ አመት ተማሪዎች በአንድነት የሚናመልክ ስለሆነ ሁላችሁም ተጋብዛችሀል።

Nagaan gooftaa keenyaa isiniif haata'u! Akkam jirtu?
Egaa akkuma armaan dura ibsamuuf yaalame guyyaa 10/09/2016 gaafa Qidaamee waaqeffannaan hafuuraa guddaan Feeloshipii barattoota FOCUS n qopaayee jira kanaaf koottaa waliin waaqayyoon waaqeffannaa isiniin jedhu

Sa'aatii irbaata booda 11:30
Bakki: W/W/W/M/Y

Galmi keenya Yesuusi===================Obboloota keenya nuuf qopheessitan hunda keessan gooftaan baraaf jireenya keessan...
31/03/2024

Galmi keenya Yesuusi
===================
Obboloota keenya nuuf qopheessitan hunda keessan gooftaan baraaf jireenya keessan haa eebbisun isiniin jedha. Sagalee waaqayyoo isa akka dammaatti mi'aawu nu soortan hafuurri qulqulluinis nu gidduu ture nuti attam carroomoodha? Mootummaan waaqayyoos hafuuraan nugidduutti Yesuus ulfinaan jajama ammas maqaan isaa haa moo'u!
(2 Qorontos 4 )
------------
16 Kanaafis nuyi matumaa abdii hin kutannu, namummaan keenya inni bakkeetti mul'atu gad dhumaa yoo adeeme iyyuu, namummaan keenya inni keessaa har'aa bor haara'aa in adeema.
17 Rakkinni salphaan inni nuyi yeroodhaaf baannu kun, ulfina bara baraa isa safara malee guddaa sana baachuudhaaf nu qopheessa.
18 Nuyi gara wanta ijaan hin argamnee ilaalla amalee, gara wanta ijaan argamuu hin ilaallu; wanti ijaan argamu yeroodhumaaf ta'a, wanti ijaan hin argamne garuu kan bara baraa ti.
2ኛ ቆሮ 4
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁶ ስለዚህም አንታክትም፥ ነገር ግን የውጭው ሰውነታችን ቢጠፋ እንኳ የውስጡ ሰውነታችን ዕለት ዕለት ይታደሳል።
¹⁷-¹⁸ የማይታየውን እንጂ የሚታየውን ባንመለከት፥ ቀላል የሆነ የጊዜው መከራችን የክብርን የዘላለም ብዛት ከሁሉ መጠን ይልቅ ያደርግልናልና፤ የሚታየው የጊዜው ነውና፥ የማይታየው ግን የዘላለም ነው።
Guyyaa addaa ture Maatii FOCUS Awada waliin

Address

Yirgalem,sidamo,ethiopia
Yirgalem

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FOCUS Hawassa University Awada Campus Student Fellowship posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share