Yabelo Hiwot Birhan church

Yabelo  Hiwot Birhan church This is official face book page of Yabelo town hiwot birhan 🛐Church

Righ Nowsagaanta keenna kan waareen booda
02/08/2026

Righ Now
sagaanta keenna kan waareen booda

🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Sagaanta Waaqeffanna  Ganama mana kadhaa Guyyaa 26/11/18
02/08/2026

🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Sagaanta Waaqeffanna Ganama mana kadhaa Guyyaa
26/11/18

sagaanta konferaansii Guddaa mana kadhaa Hiwoot Birhaan magaalaa Yaaballoo⛪⛪⛪⛪⛪
01/08/2026

sagaanta konferaansii Guddaa mana kadhaa Hiwoot Birhaan magaalaa Yaaballoo⛪⛪⛪⛪⛪

03/06/2026

Yeessoon ifa biyya Lafatti

22/04/2026

Wongeelli Jireenna

05/04/2026

waaqi yeroo waaqeffana dansaa nuf keenne maaqan isaa haa Eebbifaamu
sagaanta Qajeelchun Wondimageeny
faaruun Faar Gizaaw
qonqoo waaqa barsiisun Taja.Jermeen
mata dubbii Tajaajil jechuun maalii
Amalootni tajaajilan qabaachu qabu maanifa?
fakkeeni tajaajila keenna Eenuu?
yaada jedhu kitaaba waaqa kessa iddo adda adda tuqudhan nuu barsiisa turan Waan ta'e cufaf maqaan waaqa haa Eebbifaamu

yeroo dhuftan 1ffaa  kitaaba waaqa .........................2ffaa Yaadannoo..........................3!ffaa Qalamaa
03/04/2026

yeroo dhuftan 1ffaa kitaaba waaqa .........................2ffaa Yaadannoo..........................3!ffaa Qalamaa

sanbaata Guddaa fuldura keenna jiru kana (27/7/18)ganama sagaanta barnoota qabna koottaa Duubbii waaqa waliin Baraana
Mana Amantaa Hiwoot Birhaan Magaalaa Yaaballoo
Nami dhufu danda'u cufti akka dhufu waliif dabarsa(share tolcha)

sanbaata Guddaa fuldura keenna jiru kana (27/7/18)ganama sagaanta barnoota qabna koottaa Duubbii waaqa waliin Baraana Ma...
02/04/2026

sanbaata Guddaa fuldura keenna jiru kana (27/7/18)ganama sagaanta barnoota qabna koottaa Duubbii waaqa waliin Baraana
Mana Amantaa Hiwoot Birhaan Magaalaa Yaaballoo
Nami dhufu danda'u cufti akka dhufu waliif dabarsa(share tolcha)

26/03/2026

Address

Yabelo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yabelo Hiwot Birhan church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share