Waldaa Fayyina Haaraa Humna Wangeela

Waldaa Fayyina Haaraa Humna Wangeela 𝕋𝕍 𝔽𝕒𝕪𝕪𝕚𝕟𝕒 ℍ𝕒𝕒𝕣𝕒𝕒

Nagaan Waaqayyoo isinif haa ta'uu nagaa keenyatti aansuun waldaa Fayyina Haaraa Humna wangeela Gindo,hojii wangeela lall...
12/06/2025

Nagaan Waaqayyoo isinif haa ta'uu nagaa keenyatti aansuun waldaa Fayyina Haaraa Humna wangeela Gindo,hojii wangeela lallabuu fi warra hidhamaan gaafachuun ,rakkattoota waan uffataan hin qabnee fi uffaanna ,miidhaan kennuun nyaachisa deggara turu ,sabni waaqayyoo fi hafuuurii goofta ragaa keenya, beekamti waaqayyoo irraa kan argannee fi karaa mootumaa waraqa Galatoma hojii tolaa antumaa nuuf kennamee osoo jiru ,namonni dhuunfaan biyyaa mirgii Amanta nama kammiyuu kabajamuu keessatti,migaa Amanta keenya sarbuun ajaaja raawwii waldaa cufuu nu irraatti raawwachuun miseensa waldaa keenya mirga Amanta keenya kan sarbamee ta'ee amantoonni biyyaa keessa fi biyyaa alaa jirtaani hundumti keessan kadhataan fi hojii goofta keenya yesus kristoos hojjacha nuun jedhe nu bukkee dhabbataan akka hojjataan jalaala kristoosii isin gaafana ,bakka Waaqeeffannaa gaafanuus deebiin nuti argane kan hin jiree waan ta'ee ,seexanni hojii isaa diguu waan ta'eef lubbu amantoota keenyaaf waaqayyoo nuuf kadhaadha ,wangeela nu wajjin hojjacha ,waan nu irraatti ta'ee hedduun isaa dubbachuuf waan nutti hin toleeef waan nama gaaddiisisuu warra maqaa amantaattiin wamamaaniin nu irraatti kan raawwateedha,hundumaaf YESUUS ni dhufa ebbifama nuuf kadhaa sher godha amantoota Bira nu gahaa obbolota Hafuura keenya hundumti keessaan

Nama Waaqayyoo ebbisee kana  hordofa isin haa ebbisuu gooftaan waaqa fi lafa ume Ameen, Ameen
07/06/2025

Nama Waaqayyoo ebbisee kana hordofa isin haa ebbisuu gooftaan waaqa fi lafa ume Ameen, Ameen

.girma.diri 6218 Followers, 6975 Following, 8799 Likes - Watch awesome short videos created by prophet Girma

07/06/2025

tiktok.com/.girma.diri

15/04/2025

Waaqeeffannaa waaqayyoottiin diinni 'ama-humni waaqayyoo simboo namatti uffiisaa ameeen Ameen!!

Address

Oromia/
Woliso

Telephone

+251913532476

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Fayyina Haaraa Humna Wangeela posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share