WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa

WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa Fuulli kun kan Waldaa Duuka Bu'ootaa Wiirtuu Godina Shawaa Kibba Lixaati

Waldaa Duuka Bu'ootaa
23/08/2026

Waldaa Duuka Bu'ootaa

Miseensota Waldaa Duuka Bu’ootaa Leenjii Duuka Bu’ummaa barachaa jiraniif aangoon Lubummaa sadarkaa adda adda kennameWDB...
23/08/2026

Miseensota Waldaa Duuka Bu’ootaa Leenjii Duuka Bu’ummaa barachaa jiraniif aangoon Lubummaa sadarkaa adda adda kenname

WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa Hagayya 17/2018 BA, Magaala Shaggar

Eebbifamoo Abbaa Saawiroos MKOTI Hojii Gaggeessaa Mana Lubummaa Walii Galaa, Hangafi Phaaphaasii Biyyoota lallabaa Magaala Shaggarii fi Shawaa Kibba Lixaa Eebbifamoo Abbaa Diyoosqoroos MKOTI Barreessaa Qulqulluu Sinoodosii waliin ta’uun Daaqonotaa 40, Luba 1 fi Qomoosii tokko Mk Qul/ Mikaa'eela Alamganaatti muudaniiru.

gabaasni kan TV Sagalee Dhugaa Waldaa Duuka Bu'ootaa

Kabaja Yaadannoo Ayyaana Gara Samitti Ol bahuu Qulqullettii Dubree Maariyaam (kidaanamihirati) Walisoo Kawaala Felege Bi...
22/08/2026

Kabaja Yaadannoo Ayyaana Gara Samitti Ol bahuu Qulqullettii Dubree Maariyaam (kidaanamihirati) Walisoo Kawaala Felege Birehan Qulqulluu Waaqayyoo Abbbaafi Qulqullettii Kakuu Haraaratti Kabajame.


አመታዊ የእናታችን የቅድስት ኪዳነምህረት ትንሳኤና ዕርገት መታሰቢያ ክብረ በዓል ዕርገታ ለማርያምን በወሊሶ ፈለገ ብርሃን ቅዱስ እግዚአብሔር አብ ገዳምና ቅድስት ኪዳነምህረት በታላቅ ድምቀት ተከበረ ።

Hagayya 16/2018 B.A

Miidiya WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa Walisoo

Suuraan :-Wolgea Girmaye

1️⃣6️⃣Waadaa Araaraa kakuu Araaraa ኪዳነምህረት ❤❤❤❤Baga geessan❤❤❤❤
21/08/2026

1️⃣6️⃣Waadaa Araaraa kakuu Araaraa ኪዳነምህረት
❤❤❤❤Baga geessan❤❤❤❤

Turtiin WDB Damee Alamganaa Ayyaana Buhee irratti.
19/08/2026

Turtiin WDB Damee Alamganaa Ayyaana Buhee irratti.

Har'a  Mana kiristiyaanaa  Iddoo Jireenya  Abbaa keenya Tajaajila Afuuraa qulqulluu  Aabboo Walisootti sirna  kabaja Ayy...
19/08/2026

Har'a Mana kiristiyaanaa Iddoo Jireenya Abbaa keenya Tajaajila Afuuraa qulqulluu Aabboo Walisootti sirna kabaja Ayyaana Tulluu Taabor Suuraadhan.


‎ዘሬ በወሊሶ መካነ ሕይወት አቡነ ገብረ መንፈስ ቅዱስ ቤተክርስቲያን የደብረ ታቦር ክብረ በዓል አከባበር ሥነሥርዓት በፎቶ

🌿 Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen.                             Fuulli isaa akka aduu ni i...
19/08/2026

🌿 Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Waaqa tokkoon Ameen.
Fuulli isaa akka aduu ni ife Mat 17:2
“Tulluu Taabor irratti ifni Kiristoos mul’ate; qalbii keenya keessattis ifni isaa haa ifu. Sagalee Abbaa, ‘Isa dhagahaa’ jedhu dhageenyee, Kiristoosiin amannee, isa hordofnee, jireenya keenya keessatti ifa isaa haa mul’isnu. Ulfina Gooftaa keenyaa yaadachuun amantii keenya haa jabeessu; abdii fayyinaa fi jireenya bara baraa nuuf haa kennu. Ameen.”

Baga Ayyaana Dabra Taaboor, Buhee, Ukee, Taaboree nagaan geessan! 🙏

Ayyaanni Taaboree ayyaanota saglan jajjaboo Gooftaa keessaa tokko yoo ta'u, yeroo hunduma Hagayya 13 kan kabajamu ayyaan...
18/08/2026

Ayyaanni Taaboree ayyaanota saglan jajjaboo Gooftaa keessaa tokko yoo ta'u, yeroo hunduma Hagayya 13 kan kabajamu ayyaana Taaboreti.
Miseensonni WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa magaala waliso Ayyaannicha ifatti kabajuu eegalanii jiru haaluma kanan guyyaa boru haala adda ta'een magaala walisoo keessatti ni faarfatu. Kiristaanoonni magaala walisoos ijoollee keessaniif simannaa akka gootaniif abdii qabna.

Barreeffama Tulluu taabor gara fuula telegram kana tti koottaa.👇
https://t.me/wdbwaliso2716/461

Mana kiristiyaanaa Baadiyyaa fi Kiristiyaanoota Baadiyyaa wakti gannaa
17/08/2026

Mana kiristiyaanaa Baadiyyaa fi Kiristiyaanoota Baadiyyaa wakti gannaa

Address

Woliso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when WDB Wiirtuu Shawaa Kibba Lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share