Majlisa Aanaa Gooroo. Goro Woreda Muslim Council .

Majlisa Aanaa Gooroo. Goro Woreda Muslim Council . Promoting workedone by thi s religions organisa tion

Qophii Simannaa Ramadaanaa .Simannaa Ramadaanaa Sababeeffachuun Qopheessummaa Koree Masjida Tawbaatin Sagantaan da'awwaa...
15/02/2026

Qophii Simannaa Ramadaanaa .

Simannaa Ramadaanaa Sababeeffachuun Qopheessummaa Koree Masjida Tawbaatin Sagantaan da'awwaa fi Eebbi barattoota qur'aanaa Magaalaa Gooroo Masjida Tawbaati gaggeeffamaa Jira.

sagantaa Kana irratti du'aatonni fi Hoggantonni Majlisa Godinaa fi Aanaa Walisoo irratti hirmaachaa Jira.

  19/2018πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•  Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorrtti.Yaa'in Mana Maree Dhimmoota Isilaamummaa Aanaa Gooroo yaa'ii 1ffaa ...
28/12/2025

19/2018
πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•‹πŸ•
Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorrtti.
Yaa'in Mana Maree Dhimmoota Isilaamummaa Aanaa Gooroo yaa'ii 1ffaa bara hojii 1ffaa kan Bara 2018 gaggeessee Jira.
Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Goorooootti Manni maree Dhimmoota Isilaamummaa Aanaa Gooroo yaa'ii1ffaa bara hojii 1ffaa kan gaggeesse yoo ta'u,Barbaachisummaa yaa'ichaa irratti haasaa baniinsa kan taasisan Walitti Qabaan Majlisa Godina Shawaa kibba Lixaa Ustaaz Mohammad H/Usmaan ergaa gurguddaa hawaasa musliimaa Aanaa Goorootiif
Itti Aanunis Kabajamoo Bulchaadabarsa Aanaa Gooroo Obbo Tamaam Nuurasaa Hawaasni Musliimaa Aanaa keenyaa amantaa isaa daggagfachuu,Misoomaa fi Nageenyaa irratti adda durumman gahee isaa akka bahuu himuun Isilaamummaan akkuma maqaa isaa Nageenyaa fi Misooma kan labsuudha jechuun Ergaa jajjaboo dhaamaniiru.

Dhumarratti Sagantaan beekamtii Kenname.

Address

Waliso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Majlisa Aanaa Gooroo. Goro Woreda Muslim Council . posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share