Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo

  • Home
  • Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo

Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo لو طهرت قلوبكم ما شبعتم من كلام ربكم

Maashaa'allaah Mabruuk Alfa Mabruuk!Ilmaan Barattuu Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo keessaa takka tan taate   fi Soddaa Ke...
22/06/2026

Maashaa'allaah Mabruuk Alfa Mabruuk!
Ilmaan Barattuu Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo keessaa takka tan taate fi Soddaa Keenya Baga Gammaddan. Iimaan Markaza keenyatti Qur'aana Haffazuudhaan Marsaa 6ffaa Eebbifamte. Maashaa'allaah Bultii Milkii fi Barakaa Isiniif haa taasisu.
بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير

Hoogganaa Koree Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo fi Majlisa-M/M/Dh/I-Bulchiinsa Magaalaa Ciroo. Keeysatti Hoogganaa Damee D...
18/04/2026

Hoogganaa Koree Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo fi Majlisa-M/M/Dh/I-Bulchiinsa Magaalaa Ciroo. Keeysatti Hoogganaa Damee Dargaggoo kan tahe Ustaaz Misbah Sadik Baga Gammadde. Baga Rabbiin guyyaa kanaan si gahe. Akka Markaza Tawbaatti Gammachuu guddaatu nutti dhagahama. Baga Gammadde Baga Walumaanuu Gammanne. Eebba milkii biyya lamaanii Rabbiin siif haa godhu. Congratulations 🎊 👏 💐

Firii Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo ti. 👉Haafiza Keenya  👉Ji'a 7 keeysatti Hifzii Qur'aanaa Xumure. 👉Calallii Dorgommii ...
17/04/2026

Firii Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo ti.
👉Haafiza Keenya
👉Ji'a 7 keeysatti Hifzii Qur'aanaa Xumure.
👉Calallii Dorgommii Hifzii Qur’aanaa Akka Godina Harargee Lixaatti taasifameen akka Godinaatti Qur'aanaa Guutuudhaan 1ffaa bahee Dorgommii Akka Oromiyaatti godhamaa jiru irratti hirmaataa jira.
➡️Waan ajaa'iba namatti tahu;
👉Khaalid hin eebbifamne. Eebbifamtoota Marsaa 7ffaa Markazni Tawbaa eebbisuuf qophiirra jiru keeysaa nama tokkoodha. Kan hin eebbifamin dorgommii akka Godinaatti injifatee Sadarakaa Oromiyaatti hirmaate.
👉Ramadaana Dabre kana Masgiida Tawbaa Salaachisaa bahe. Kan ganaa eebbifamuuf deemu akkuma Haafizoota Buleeyyii waggoota hedduu salaachisanii muuxannoo qabanitti hanqina tokko malee shaa godhaa ture. Maashaa'allaah!
👉Khaalid Idris nama bakka jabduuf eeggannuudha.
Rabbiin ammallee sadarkaa isaa ol haa fuudhu. Hamaa fi hamtuu Rabbiin irraa haa qabu. Nama biyya lamaanittuu Qur'aanaan badhaafamu Rabbiin isa haa taasisu. 🤲🤲

Seenaa daawwadhaa 👇👇👇
03/04/2026

Seenaa daawwadhaa 👇👇👇

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

Seenaa Daawwadhaa 👇👇👇
01/04/2026

Seenaa Daawwadhaa 👇👇👇

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

10/03/2026

Haafiza keenya Obsa Abdella Qaraatii Naafi' Riwaayaa Warshiin Qara'aa jira.
Obsaan Haafizoota Markazni Towbaa oomishe jajjaboo keeysaa nama tokkoodha. Eebba Marsaa 4ffaa irratti Qabxii ol'aanaa fiduudhaan eebbifame. Yeroo ammaatis Qiraa'aa kudhaniin warra baratanii Ramadaana booda eebbifamuuf deeman keeysaa nama tokkoodha. Maashaa'allaah Rabbiin barakaa haa godhu.

09/03/2026

Haafiza keenya Shatir Ahmed Qaraatii Hamzaa Riwaayaa Khalafiin Qara'aa jira.
Shaaxir Ahmad Haafizoota Markazni Towbaa oomishe jajjaboo keeysaa nama tokkoodha. Eebba Marsaa 5ffaa irratti Qabxii Ol Aanaa fiduudhaan eebbifame. San boodas Markazatti hafee Qiraa'aa kudhaniin warra baratanii Ramadaana booda eebbifamuuf deeman keeysaa nama tokkoodha. Akkasumas Haafizoota Markazni keenya Ramadaana bara kanaatiif Ummataaf raabsee ummataan dhaabbachaa jiran keeysaa tokko hoggaa tahu yeroo ammaa Magaalaa Galamsoo Salaachisaa jira. Maashaa'allaah Rabbiin barakaa haa godhu.

Seenaa daawwadhaa guutuu isaa👇👇
24/02/2026

Seenaa daawwadhaa guutuu isaa👇👇

Dhaamsa Barattoota Riimiidiyaala OBU Ust Muslim Sheikh Hassen dhaameef

Ustaaz   Dhaamsa Bareedaa Barattoota MARKAZA TOWBAATIIF dhaame guutuu seenaa dawwadhaa👇
21/02/2026

Ustaaz
Dhaamsa Bareedaa Barattoota MARKAZA TOWBAATIIF dhaame guutuu seenaa dawwadhaa👇

WARRA BEEKKUMSA QABUUFI HIN QABNE Ust Ahmed Husseen dhaamsa barattoota markaza towbaatiif dhaame

Address


Telephone

+251972191743

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Markaza Tawbaa Magaalaa Ciroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship?

Share