22/03/2021
KOONFIRAANSII HAFUURAA
"Ilmi namaa isa bade barbaaduudhaaf fayyisuudhaafis dhufeera". (Luq 19:10)
Waldaa Amantoota Guutuu Wangeela Harbuu Cululleetti
Koonfiraansiin Hafuuraa Bitootessa, 24-26/2013 turu qophaa'ee waan jiruuf
☞ Jimaata Sa'aatii 9:00 irraa eegaltanii,
☞Sanbata Xiqqaa fi Dilbata guyyaa guutuu
argamuun eebba Waaqayyoo akka hirmaattan hundi keessan affeeramtanii jirtu.