Waldaa Duuka Bu'oota Damee Caancoo

Waldaa Duuka Bu'oota Damee Caancoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Duuka Bu'oota Damee Caancoo, Religious organisation, Sululta.

12/06/2024
22/01/2024

Kabaja Ayyaana Cuuphaa Waaqaa Abbaa Caancootti Waldaa Duuka bu'oota damee Casncoo

21/10/2023

Maqaa Abbaa, Ilmaa, Afuura Qulqulluu Waaqa Tokko Ameen!
""""""AFFEERRAA SAGANTAA""""'
Namoota magaala Caancoo fi nannawaa ishee jiraattan hundaaf.
Waldaan Duuka Bu'ootaa Damee Caancoo Ayyaana hundeeffama isaa Waggaa 3ffaa mana kiristaana Tulluu Ifaa Waaaqa Abbaa Caancootti gaafa guyyaa 11/02/2016 kabajuuf qophii isaa xumureera. Guyyaa kana sagantaaleen afuurawaa garagaraa kan irratti dhiyaatan yoo ta'u sagantichi sa'aatii 5:00 irraa kan eegalu ta'a. Kanaaf maatiin Waaqayyoo martinuu namoota hin dhageenyetti himtanii sa'aatii jedhame kanatti argamuun hirmaattota sagantaa kanaa akka taatan kabajaan isin affeerra.
"Galanni Waaqayyoof haa ta'u! Ameen!"

10/10/2023

145 likes, 11 comments. “ with ”

10/10/2023

Check out Oromiyaa Intalaa Walisoo's video.

21/01/2023

Kabaja ayyaana cuuphaa Waaqa Abbaa caancotti tajaajila miseensota waldaa duuka bu'ootaa

03/04/2022

Yaa'ii Afuuraa guddaa mana amantaa Qulqulluu Waaqa Abbaa Caancootti. galannii fi ulfinni Waaqayyoof haa ta'u.

Yaa'ii afuuraa guddaa mana amantaa caancoo Waaqa Abbaa tti waldaan keenya midiyaa OCN waliin ta'uun gaggeesse ture.galan...
22/09/2021

Yaa'ii afuuraa guddaa mana amantaa caancoo Waaqa Abbaa tti waldaan keenya midiyaa OCN waliin ta'uun gaggeesse ture.galanni Waaqayyof haa ta'u. Ameen

Address

Sululta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Duuka Bu'oota Damee Caancoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share