Jama'aa dargaggoota sh/sh 04

Jama'aa dargaggoota sh/sh 04 Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jama'aa dargaggoota sh/sh 04, Religious organisation, shashamanne, Shashemene.

23/08/2024
guyyaa kaleessa masjiida hudaa Fi qudsi  jiddutti dorgommii. kubbaa miilaa   taasifamehagayya 12/2016. sagantaan eegalee...
19/08/2024

guyyaa kaleessa masjiida hudaa Fi qudsi jiddutti dorgommii. kubbaa miilaa taasifame

hagayya 12/2016. sagantaan eegalee akkumaa itti fufeetti jiraa guyyaa kaleessa (sanbata guddaa masjiida hudaa Fi qudsi jiddutti taasifame ture injifannoo masjiida hudaatti kan xumurame turee masjiidni hudaani. 4 yoo galchuu qudsi 2 galii godhee xumuuran haaluma kanan guyyaa iroobii ayisha Fi anuwar jiddutti kan taasifamu ta'aa

telegram https://t.me/jamaa04shashe
Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=61563437895330&mibextid=ZbWKwL

masjiida anuwar Fi kaalid jiddutti wol-dorgommiin kubbaa miilaa taasifamehagayya 11/2016 wol-dorgommiin kubbaa miilaa ma...
17/08/2024

masjiida anuwar Fi kaalid jiddutti wol-dorgommiin kubbaa miilaa taasifame

hagayya 11/2016 wol-dorgommiin kubbaa miilaa masjiidani akkumaa itti fufeetti jiraa guyyaa adhaa dorgommi kaalid Fi anuwar jiddutti taasifamen masjiidni lameenu 3=3 qixa xumurame
haaluma kanaan guyyaa boruu hagayya 12(sanbata guddaa/dilbata) ganama masjiidni hudaa. Fi qudsi akkasumasi hagayya 15/2016 masjiida ayisha Fi anuwar jiddutti kan taasifamu ta'aa

telegram https://t.me/jamaa04shashe
Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=61563437895330&mibextid=ZbWKwL

11/08/2024
jama'aa dargaggoota sh/sh 04woli dorgommiiin kubbaa miilaa masjiidani kaalidi Fi hudaa(kookaa) jiddutti taasifame ⚽⚽⚽⚽⚽⚽...
11/08/2024

jama'aa dargaggoota sh/sh 04
woli dorgommiiin kubbaa miilaa masjiidani kaalidi Fi hudaa(kookaa) jiddutti taasifame

⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
hagayya 5/2016 safar 7/1446 woli dorgommiiin kubbaa miilaa guyyaa adhaa masjiida kaalidif hudaa jiddutti taasifame ture yoo ta'uu masjiidni hudaan galii (gooli) 4 yoo galchuu kaalid 1 galchuun xumurame
haaluma kanaan kan itti fufu yoo ta'uu guyyaa iroobii hagayya 8/2016 masjiidni abubakar Fi ibnul qayyim woliin qabu

telegram https://t.me/jamaa04shashe
Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=61563437895330&mibextid=ZbWKwL

09/08/2024

"(Rabbi) Isa lubbuun tiyya harka isaa jirtuunin kakadha, osoo dogoggoruu baattanii Rabbiin isin oofee orma dogoggoree araarama Rabbi kadhatee isaaniif araaramuuf fida.”
Nabi Muhammadﷺ
[Muslim 2749]
🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️🥰

- Addunyaan uumama dogongoree sirreessuuf uumamte. Ilmi namaa dogongoraadha. Rabbiin keenya namoota badii hojjatan ni jibba, warra badiirraa deebi’anii fi kanneen akka badii keessa hin buuneef dursanii if eeggannoo taasisan ammoo akkaan jaalata. Rabbiin keenya obsaadha, badii hojjanne akka irraa deebinuuf qaba nuuf qaba. Nummaan araarama Rabbi kadhannaan yeroo hunda nuuf araarama.

"وَالَّذِي نَفْسِي بِيَدِهِ، لوْ لَمْ تُذْنِبُوا لَذَهَبَ اللَّهُ بِكُمْ، وَلَجَاءَ بِقَوْمٍ يُذْنِبُونَ، فَيَسْتَغْفِرُونَ اللَّهَ، فَيَغْفِرُ لهمْ."
الراوي : أبو هريرة.
Telegram https://t.me/jamaa04shashe
Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=61563437895330&mibextid=ZbWKwL

Address

Shashamanne
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jama'aa dargaggoota sh/sh 04 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share