Jamaa'aa shaashamannee ሻሸመኔ ሙስልም ጀማዓ

Jamaa'aa shaashamannee ሻሸመኔ ሙስልም ጀማዓ kun page Dargaggoota Muslima Magaalaa Shaashamanneeti.waliin taanee kidmaa Diinal islaam haa hojjannu
(3)

Ayyaana Iid Al-Adhaa Bara 1447ffaan Magaalaa Shaashamanneetti.
27/05/2026

Ayyaana Iid Al-Adhaa Bara 1447ffaan Magaalaa Shaashamanneetti.

Iid Mubaarak! 🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺 Baga ayyaana Iid al-adha  bara 1447tiin nuun gahe!💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢
26/05/2026

Iid Mubaarak!
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
Baga ayyaana Iid al-adha bara 1447tiin nuun gahe!
💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢💢

24/05/2026
17/05/2026
17/05/2026

Sagantaa Simannaa qubsiisa Aalima Magaala shaashamanne Masjiida Hamzaa

⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:  💵 Akkaadaami...
14/05/2026

⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin isin simata

✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa:
💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha.
📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama.
👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu.
📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina.

🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa

📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:-
Dr. Jeeylaan Kadiir
Dr. Kamaal Haaji Galatuu
Dr. Kamaal Tilmoo
Dr. Abdallaah Kadiir
Dr. Mahmuud Huseen
Dr. Alii Jimmaa
Dr. Jibriil Qamar

⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama.

Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata:
* Kitaabaan (PDF).
* Viidiyoodhaan.
* Sagaleedhaan.

📲 Carraa kana hin dabarsinaa, beeksisa kana warra isinitti dhiyoo jiraniif qoodaa (Share godhaa).

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitiin yeroo dhiyootti ni eegala.

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jamaa'aa shaashamannee ሻሸመኔ ሙስልም ጀማዓ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share