MKC Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii

MKC Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from MKC Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii, Church, Shaambuu, Shambu.

  12, 2018Nagaan Waaqayyoo isiniif haata'u. Akkam jirtu?Guyyaa har'aa gabaasni waggaa kan bara 2018 guutummaa amantoota ...
19/07/2026

12, 2018

Nagaan Waaqayyoo isiniif haata'u. Akkam jirtu?
Guyyaa har'aa gabaasni waggaa kan bara 2018 guutummaa amantoota waldaa Masarata Kristos Shaambuu Naannoo Yuunivarsiitiif bifa ifaa fi gabaabaa ta'een dhiyaateera. Akkasumas karoorri hojii bara 2019 bifa qindaa'een amantootaaf dhiyaateera.
Hojii hafuuraa fi misoomaa keessatti hirmaannaan amantootaa daran olaanaa waan ta'eef, Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu jenna.
Gabaasa kanaan booda;
1, Koreen Barumsaa fi Leenjii akkaataa karoorfateen raawwiin isaa daran olaanaa waan ta'eef, beekamtiin kennameeraaf.
2. Namoota hojii mana Waaqayyoo keessatti shoora olaanaa taphataniif beekamtiin kennameera.
3. Barattoota miseensa waldaa keenyaa ta'anii m/b itti baratanitti 1ffaa_3ffaa ba'aniif badhaasni kennameera.

Namoonni hojii keessan isa gaarii arganii, abbaa keessan isa waaqa irraaf ulfina akka kennaniif ifni keessan akkuma kanaatti namoota duratti haa ifu! jedheen. Mat.5:16

 !Waldaan Masarata Kristos Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii gaafa 07_09/09/2018tti sagantaa dadammaqinsaa qopheessitee jir...
10/05/2026

!

Waldaan Masarata Kristos Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii gaafa 07_09/09/2018tti sagantaa dadammaqinsaa qopheessitee jirti.
Kanaafuu, amantoonni magaalaa Shaambuu fi naannoo ishee jiraattan hundi, hirmaachuu kan dandeessan ta'uu jaalala Waaqayyoon isin affeerra. Mat. 28:18-19

Dallaa fuulduraa (Front Fence) Waldaa Masarata Kristos Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii sababa koriidariin diigamee haaraa...
08/01/2026

Dallaa fuulduraa (Front Fence) Waldaa Masarata Kristos Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii sababa koriidariin diigamee haaraatti ijaaramaa jirudha.

Address

Shaambuu
Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when MKC Shaambuu Naannoo Yunivarsiitii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category