Dhaga gole int, church

Dhaga gole int, church Healing and miracle Church

31/03/2022

Raajii Tamasgeen Nagaasaa waldaa Amantoota Dhagaa Golee Addunyaa

24/05/2020

Waldaan Amantoota Dhagaa Gelee Addunyaa gaafa 14/09/2012 namoota harka qal'eeyyii 170f hope 4 world children waliin ta'uun
1. Daakuu qamdii 20kg
2. Zayita 1L
3. Ashaboo 2kg
4. Kiikki ataraa 2kg
5. Saamunaa 1 mooraa waldaa keessatti waamtee bakka gaggeessitoonii fi tajaajiltootanni waldaa akksumas bakka hooganttoonni ,agaalaa fi godinaa jiranitti karaa abbaa mul' ataa fi hundeessaa waldichaa raajii Tamasgeen Nagaasaa isaaniif kennameera. akka abbaan mul'atichaa waadaa galanitti ammas deegarsi kun itti fufa.......

24/05/2020
25/05/2019

Address

Shambu

Telephone

+251911122427

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaga gole int, church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Dhaga gole int, church:

Share