15/03/2026
🛑የወጣቶች ቀን 03.15.26
🛑ፕሮግራም መሪ ሶሪቲ
🛑ሙዚቀኞች አናቶሊ አባቱ ካሌብ
🛑ቃል:- በወንድም ስምኦን
ርዕሰ:-የእግዘብሔር መንግስት።
የንባብ ክፍል:- ሐዋ1:1-11
ኢየሱስ በዚህ ስፍራ ስለ እግዘብሔር መንግስት ያወራቸው አንድም ወደ አባቱ ሊያርግ ስለሆነ ስለዘላለማዊ መንግስት አስበው ልባቸው እንዲጽናና፣ሁለትም የመንግስቱ ጉዳይ ሕይወቱን የከፈለበት ትልቅ ጉዳይ ስለሆነ ነው።
የእግዚአብሔርን መንግስት ስናስብ አሁንም በመካከላችን ያለች ነች ደግሞም በሙላት የምትገለጥ ናት። ስለ የእግዘብሔር መንግስት ስናስብ ከኛ ምን ይጠበቃል?
በቀዳሚነት መዘጋጅት፣የወንጌል ተልዕኮን መወጣት እና ሕብረትን ማጠናከር ከኛ ይጠበቃል።
Sagalee waaqayyoo:- Obboleessa Simeon
Mata-duree:- Mootummaa Waaqayyoo
Kutaa Dubbifamaa:- Hojii Ergamootaa 1:1–11
Yesuus iddoo kana irratti waa’ee mootummaa Waaqayyoo kan dubbate sababa lamaafi. Tokkoffaa, gara Abbaa isaatti ol ba’uuf waan jedhuuf, waa’ee mootummaa bara baraa akka yaadanii onneen isaanii jabaatuuf dubbate. Lammaffaa immoo, dhimma mootummaa Waaqayyoo dhimma guddaa inni jireenya isaa itti kennedhaaf, waa’ee isaa isaan barsiise.
Yeroo waa’ee mootummaa Waaqayyoo yaadnu, amma iyyuu gidduu keenya jira; akkasumas gara fuulduraatti guutummaatti kan mul’atu dha.
Kanaafuu yeroo waa’ee mootummaa Waaqayyoo yaadnu, nurraa maaltu eegama?
Dursa of qopheessuu,Ergama wangeelaa raawwachuu,Tokkummaa fi wal-hubannaa jabeessuun nurraa eegama.