Yeroo faarffannaa

Yeroo faarffannaa Ol-baanees in faarffannaa!

GADHIIFAMEERAA
03/05/2024

GADHIIFAMEERAA

AWWAALA DIIGEERA 🥰😘
03/05/2024

AWWAALA DIIGEERA 🥰😘

Nagaan kottu nama jabaa😍😍😍
02/05/2024

Nagaan kottu nama jabaa😍😍😍

WOW Congratulations Rache Tesfaye⁩Baga Waaqayyo wal isin agarsiise obboleettiikee waggaa 16 barbaadde.Seenaa isaa hedduu...
02/05/2024

WOW Congratulations Rache Tesfaye
⁩Baga Waaqayyo wal isin agarsiise obboleettiikee waggaa 16 barbaadde.
Seenaa isaa hedduu garaa nama nyaatuu fi barbaacha obboleettii isaa Gammadaa Show irratti dubbatee ture har’a kunoo wal argaan

WANGEELAABeekumsa riphee hafeeCaafata waaqni caafeeIsa waan sobaa jibbeeDhugaaf rukutu dibbeeHir'u immoo guutuu godheeId...
10/02/2024

WANGEELAA

Beekumsa riphee hafee
Caafata waaqni caafee
Isa waan sobaa jibbee
Dhugaaf rukutu dibbee

Hir'u immoo guutuu godhee
Iddoo gadiitii fuudhee
Qajeelchee dhugaa dabee
Maaliif har'a iddoo dhabee

Dudduubanis ta'e duraanii
Bitaanis ta'e mirgaanii
Firdii dhugaa kan laatuu
Baraan inni jiraatuu

Maaliif itti qoofamaa
Sagaleen waaqaaf namaa
Tokko godhee araarsee
Aangoo du'aa malaasee

Wallaalaaf beekaan baayyee
Wangeela dhugaan fayyee
Birmadummaas isaan argannee
Dhugaadha nutoo karaasaa jiraannee

Inni du'a dabarse
Jireenya nutti labse
Inni abaarsa cabse
Gufuuf dhiphina kaase

Inni onaa magarsee
Sagalee waaqayyoodha
Gimbbii jabaan nu marsee
Kristoostu jabaadhaa

19/01/2024

SAMMUUN BOQONNAA QABU SAMMUU WAAQAYYOON BEEKU QOFAA.

15/11/2023

sammuunkee akka nagaa ta'u yoo barbaadde. nama hundumaaf waan gaarii yaadii

28/10/2023

DHUGICHI KRISTOOS YESUUS
DHUGICHI BIRMADUU NAMA BAASAA

Address

Nekemte

Telephone

+251949061957

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yeroo faarffannaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Yeroo faarffannaa:

Share

Category