Mootummaa Waaqayyoo

Mootummaa Waaqayyoo Jesus is Coming Soon!! Yesuus yeroo dhiyotti dhufa.

22/03/2025

14:6, Yesuus deebisee karaan ,dhugaan,jireenyi ana malee hinjiru jedhe, Dhugumatti yesuusiin malee eenyullee gara waaqayyo abbaa dhaquu hindanda'u. Karaan ykn daandiin isaan alaa hunduu kanseexanaati.Yesuusiin beekuufi isaaf jiraachuun jireenya bara baraa(jannata) namaaf Kenna( 17),

19/03/2025
19/03/2025

“Abbaan ilma isaa fayyisaa biyya lafaa godhee akka erge, nuyi argineerra, dhugaas in baana.”
— 1Yoh. 4:14

Egaa amma firdiin, warra Kristos Yesusitti qabamanii jiraatanitti faradamu tokko illee hin jiru.
Rom 8:1
“Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe.”
— HoE. 4:12

“Dhuguma, dhuguman isinitti hima, namni isa ani erge simatu ana simachuu isaa ti, namni ana simatus isa ana erge simachuu isaa ti" jedhee isaanitti dubbate.”
— Yoh. 13:20

“Verily, verily, I say unto you, He that receiveth whomsoever I send receiveth me;
— John 10:1 13:2
Yesuus gooftaadha ,rom 13:13 karaadha,dhugaadha,jireenyas rom 14:6
Yesuus namoota fayyisuuf jedhee nama ta'e yoh 1:2-13

Maatii kana mee 💓🫶🔥💥
18/03/2025

Maatii kana mee 💓🫶🔥💥

16/03/2025
13/03/2025

Hiikoo Jireenyaa💙🤍💚.
..
....

Ten Unknown Facts About

1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.

2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.

3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.

4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.

5. Global Presence: BMW is a global automotive Company

6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.

7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.

8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.

9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.

13/03/2025

Humna Amantii..............💫💥✍️♥️
⎯follow my page ⎯⃝🤍 ❣∙──༅༎﷽༎༅──∙❣
When was Ariana Grande's singing talent revealed?........................................................................................................... ......................................................................................................... ............................................................................................................................................................................................. ...........................................................................................................................................................................................................................
Ariana Grande: A Journey of Talent, Resilience, and Stardom

Ariana Grande is a name synonymous with immense talent, resilience, and global stardom. From her early beginnings in musical theater to becoming one of the most influential pop icons of her generation, Grande's journey is a testament to her remarkable abilities and unwavering determination.
# # # Early Life and Beginnings Born on June 26, 1993, in Boca Raton, Florida, Ariana Grande-Butera was destined for greatness. Her mother, Joan Grande, is the CEO of Hose-McCann Communications, and her father, Edward Butera, owns a graphic design firm. Grande's love for music and performing was evident from a young age, as she participated in local theater productions and sang at various events, showcasing her prodigious talent. Grande's first major break came at 15 when she landed a role in the Broadway musical "13." Her
performance earned critical acclaim and a
National Youth Theatre Association Award, laying
the foundation for her burgeoning career in
entertainment.
# # # Rise to Fame: Nickelodeon Years Grande's big break came in 2009 when she was cast as Cat Valentine on the Nickelodeon series "Victorious," created by Dan Schneider. The show revolved arou

26/01/2025

Hiriyaa gaa’elaa filachuu keessatti wantoota nama dogoggorsan!
Bilisummaa Dhugaasaatiin
==========================================
A. Dhiibbaa maatii :- Maatiin karaa tokkos karaa biraas filannoo keenyarratti dhiibbaa ni geessisu. Gaa’elli filannoo maatiitiin kan raawwatamu utuu hin taane fedha namoota wal jaallatani irratti kan hundaa’uudha.
B. Oolmaa :- Namni nu gargaare oolmaa lakkaa’achuutiin gaa’elaaf gaaffii dhiyeessa; yeroo sana diduuf humna dhabna. Kanaafuu yeroo oolmaa siif oolu/ooltu maliif jedhanii itti yaaduun gaariidha. Sababnisaas gara filannoo dogogoraatti nama geessuu danda’a waan ta’eef.
C. Rakkoo dinagdee:-Namootni hir’ina qabaniif jecha namoota isaan gargaaranitti siqu. Walitti dhufeenyi kun gara gaa’elaatti jijjiirama. Asirratti beekuun kan nuuf malu lamaanuu kan walitti fide jaalala osoo hin taane faay’iidaadha. Kanaaf fayidaan sun yoo dhibame gaa’elichi diigamu danda’a.
D. Ijaa ba’uu :- Namni tokko nama tokko jaallatee erga yeroo dheera dabarsaniin booda sababii garaagaraatiin gargar ba’u. Nama irraa gargar ba’an hinaafsisuuf ariitiidhaan nama kan biroo wajjin gara gaa’elaatti seenu. Kunis gaa’ela jaalalarratti hundaa’e osoo hin taane hinaafsisuuuf jecha kan raawwatameedha.
E. Carraa biyya alaa :- Namootni baay’een akka gaa’ela dogoggoraa keessa seenaniif sababii ta’eera; namootni yoo biyya alaa baane ni jijjiiramna jedhanii waan yaadaniif. Kunis gaa’ela jaalalarratti hundaa’e osoo hin taane waan gara fuul duraa abjoochuudhaan dhaabbateedha.
F. Jaalala sobaa:- Jaalalii kun jaalala sobaa kan isa jechisiisee waan jaallate fakkaatee mul’achuudhaan gara gaa’elaatti kan seenamuudha. Abo. 16 :1- Daliilaa fi Saamsoon
G. Jaalala qaama alaan mul’atu irratti hundaa’e :- Inni kun qaama nama tokko waan alaan mul’atu ilaalanii jaallachuudha. Akka fakkenyatti fuula, rifeensa, teesuma namaa fi kkf ilaaluun miiraan qofaan geggeefamuun jaallachuudha. Jallalli akkasii waanti barbaadan sun yeroo hir’atee argamu jaalalli isaaniis duukaa hir’ata ykn bada.Fak. 31:30
H. Hawwii gar malee :-Namootni kun waan hawwanii nama jaallatan qabu. Waan hawwan sana erga argataniin booda jaalalli isaanii ni bada. Fkn Aminoon fi Tiimaar 2Sam. 13
I. Jaalala haala irratti hundaa’e :- Jaalalli kun haala namni jaallatamu sun keessatti argamu irratti hundaa’a. waan inni ittiin jaallatame yoo bade jaalalli nama sanaas ni bada.
J. Raajii sobaa :- Bara kana keessa Raajotni sobaa bara itti ka’anii namoota hedduu walii walaalchisaa jiraniidha. Waan Waaqayyo hin jenne jedheera jechuudhaan gaa’ela dogoggoraatti namoota baay’ee galchaniiru. Gaa’elii ergaa sobaan dhabbate waaqayyoon bira waan hintaaneef itti fufiinsa hin qabaatu .
K. Abjuu dogoggoraa:- Namootni abjuu arguu danda’u. Abjuu arganiin gaa’ela dhaabbachuuf yaaluun dogoggoratti nama geessa. Sababnisaas abjuun baay’ina dadhabiirraa dhufuu akka danda’u sagaleen waaqayyoo ni dubbata. Nuti xiiyyeffannaan keenya sagalee waaqayyo irratti ta’uu qaba malee; nama abjuun argine hunda waaqayyootu natti argisisee jenna taanaan akka mootii Solomoon haadha manaa hedduu qabaachuuf jirra jechuudha; kanaafuu abjuu argan irratti hirkachuun dogoggoratti nama geessa.
 Lal. 5:3 Baay’inni hojii abjuu namatti fida.
 Lal 5:7 Abjuu baay’ee fi dubbii baay’ee keessa wanta waa’ee baay’eetu jira.
L. Mallattoolee dogoggoraa :- Namootni tokko tokko gaa’elaaf mallattootti ni fayyadamu. Kunis gaa’ela dogoggoraatti nama galcha. Fkn nama karaa mirga kootii taaksii keessa na bira teesse haadha manaa koo akka naaf taatu jedhee namni mallattoo yoo kaawwate; namni karaa mirgaa isaa teesse immoo maanguddoo waggaa 60 yoo ta’an maal godha? Kanaafuu mallattoolee gara garaa fayyadamuu irraa of qusachuun gariidha.
M. Dhuga-ba’umsa namootaa :- Inni kun namni waa’ee keenya kana argeera, kana dhaga’eera, waan isaan jedhanii nutti himan akka waan dhugaa ta’eetti fudhachuu. Inni kunis dogoggoratti nama galcha; sababiin isaa namoonni argineerra, dhageenyeerra jedhanii sobanii nutti himan yoo ta’e waan ittiin mirkaneeffannu hinqabnu.
M.lal 5:3 Baay’inni hojii abjuu namatti fida.
M.lal 5:7 Abjuu baay’ee fi dubbii baay’ee keessa wanta waa’ee hin baafne baay’eetu jira .
N. Hamii :- Namootni kun akka waan hamatamaniitti odeeffannoo dhaga’an irratti hudaa’anii waan hamataman sana dhugoomsuuf gaa’ela dogoggoraa keessa galu.
O. Ulfa uumame :- Inni kun namootni lamaan yeroo ejja raawwatanii cubbuutti kufan ulfi ni uumama. Kanumarraa ka’uudhaan qophee gahaa tokko malee sababa ulfi uumame qofaaf gara gaa’elaatti seenu. Yeroo tokko hiriyyoonni laman cubbuu ejjaatti kufaani ulfi uumame; ulfi umamu isaa yeroo argan dafanii gara waldaa dhufuudhaan sirna gaa’ela keenyaa nuuf raawwadhaa jedhan; waldaaniis kanaan dura waraqaa galchatanii barumsa gaa’elaas baratanii waan jiraniif mormii tokko malee sirna gaa’elaasaanii raawwatteef. Garuu waanti baayee nama gaddisiisu wal fuudhanii ji’a afuritti daa’imni dhalatte. Maanguddoonni waldaas naasuudhaan dhaqanii;’’ akkamitti ji’a afur keessatti mucaa godhattanii” jedhanii gaafatu

26/01/2025

Jechoota Mimmiidhagoo💚💎🤍❤
.
Unknown Facts About
1.Founding and History:BMW, Bayerische Motoren Werke AG,was founded in 1916 in Munich,Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.
2.Iconic Logo:The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white.It represents the company's origins in aviation,with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.
3.Innovation in Technology:BMW is renowned for its innovations in automotive technology.It introduced the world's first electric car,the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.
4.Performance and Motorsport Heritage:BMW has a strong heritage in motorsport,particularly in touring car and Formula 1 racing.The brand's M division produces high-performance variants of their regular models,known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.
5.Global Presence:BMW is a global automotive Company
6.Luxury and Design:BMW is synonymous with luxury and distinctive design,crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.
7.Sustainable Practices:BMW has committed to sustainability,incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles,as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.
8.Global Manufacturing:BMW operates numerous production facilities worldwide,including in Germany,the United States,China,and other countries,ensuring a global reach and localized production.
9.Brand Portfolio:In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.
10.Cultural Impact:BMW's vehicles often become

17/01/2025

Humna Muldhataa💚🤍🤎 .
Ten Unknown Facts About
1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.
2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.
3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.
4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.
5. Global Presence: BMW is a global automotive Company
6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.
7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.
8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.
9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.
10. Cultural Impact: BMW's vehicles often become

Address

Oromia
Nekemte
1122

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mootummaa Waaqayyoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Mootummaa Waaqayyoo:

Share