Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee

Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee WWON erga hundooftee waggaa 18 yoo ta'u, bakki argama ishee Magaalaa Naqamtee Naannoo Teelee Guddaa Fuuldura Kilinika Afriikaati.

 Guyyaa 03/01/2019 ykn 13/09/2026Sagamtaan Waaqeffannaa Dilbataa Ganamaa Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee s...
13/09/2026


Guyyaa 03/01/2019 ykn 13/09/2026
Sagamtaan Waaqeffannaa Dilbataa Ganamaa Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee suuraadhaan kana fakkaata ture.

Eebbifamaa!

 Guyyaa 17/12/2018 ykn 23/08/2026Guyyaa har'aa akka waldaa Keenyaatti sagantaan Harmoolii bifa addaan geggeeffamaa oolee...
23/08/2026



Guyyaa 17/12/2018 ykn 23/08/2026
Guyyaa har'aa akka waldaa Keenyaatti sagantaan Harmoolii bifa addaan geggeeffamaa ooleera.
Waaqayyo yeroo gaarii nuuf kenne.
Eebbifamaa!

 Guyyaa 10/12/2018 ykn 16/08/2026Waaqeffannaa Dilbata Waaree Boodaa Suuraadhaan kana fakkaata. Waaqayyo yeroo addaa nuuf...
16/08/2026


Guyyaa 10/12/2018 ykn 16/08/2026
Waaqeffannaa Dilbata Waaree Boodaa Suuraadhaan kana fakkaata.
Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne.
Eebbifamaa!

 Guyyaa 03/12/2018 ykn 09/08/2026Waaqeffannaan Dilbata Ganamaa Suuraadhaan kana fakkaata. Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenn...
09/08/2026


Guyyaa 03/12/2018 ykn 09/08/2026
Waaqeffannaan Dilbata Ganamaa Suuraadhaan kana fakkaata.
Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne.
Eebbifamaa!

 -gammaddan-baga-gammanneWaldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaan Kiristaanaa Ciroo Godina Harargee Dhihaa magaalaa Ciroo k...
27/07/2026

-gammaddan-baga-gammanne
Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaan Kiristaanaa Ciroo Godina Harargee Dhihaa magaalaa Ciroo keessatti kan argamtu, Guyyaa kaleessaa mana Waaqeffannaa eebbisiifatte jirti.
Waldattiin bakka geggeessitoonnii waldattii sadarkaa garaagaraa, keessummoonni affeeramaniifi miseensonni waldaatti argamanitti guyyaa kaleessaa 19/11/2028 ykn 26/07/2026 mana Waaqeffannaa yeroo dheeraaf ijaarsisaa turte eebbisiifatte.
Kanaafuu, Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Kiristaanaa Naqamtee gammachuu ishee ibsachaa baga gammaddan baga ittiin isin ga'e jetti.

  W/BoodaaGuyyaa 19/11/2018 ykn 26/07/2026Waaqeffannaa Dilbata W/Boodaaa Suuraadhaan kana fakkaata. Waaqayyo yeroo addaa...
26/07/2026

W/Boodaa
Guyyaa 19/11/2018 ykn 26/07/2026
Waaqeffannaa Dilbata W/Boodaaa Suuraadhaan kana fakkaata.
Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne.
Tajaajiltoonni guyyaa har'aa eebbifamaa!
!

  Guyyaa 12/11/2018 ykn 19/07/2026Waaqeffannaan Dilbata Suuraadhaan kana fakkaata. Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne. Taja...
19/07/2026


Guyyaa 12/11/2018 ykn 19/07/2026
Waaqeffannaan Dilbata Suuraadhaan kana fakkaata.
Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne.
Tajaajiltoonni guyyaa har'aa hundi keessan eebbifamaa!
'u!

 Guyyaa 07/10/2018 ykn 14/06/2026Sagantaan Waaqeffannaa Dilbataa W/Boodaa Suuraadhaan kana fakkaata. Waaqayyo yeroo adda...
14/06/2026


Guyyaa 07/10/2018 ykn 14/06/2026
Sagantaan Waaqeffannaa Dilbataa W/Boodaa Suuraadhaan kana fakkaata.
Waaqayyo yeroo addaa nuuf kenne.

!

  Walitti FufaaMataduree: Ogummaan Geggeeffamuu. Guyyaa 30/09/2018 ykn 07/06/2026Torban Sadaffaafi isa xumuraaBarumsi ku...
07/06/2026

Walitti Fufaa
Mataduree: Ogummaan Geggeeffamuu.

Guyyaa 30/09/2018 ykn 07/06/2026

Torban Sadaffaafi isa xumuraa

Barumsi kun walitti fufiinsaan Dilbata Waaree Booda sa'aa 8:00 irraa eegalee kan kennamu yoota'u, Kutaa Sadaffaan immoo Suuraadhaan kana fakkaata.

Waaqayyo isa yeroo eebbifamaa akkasii nuu kenneef galanni haata'u!
Eebbifamaa!

Address

Nekemt
[email protected]

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Waldaa Wangeelaa Oromiyaatti, Waldaa Naqamtee:

Shortcuts

Share