Nekemte Kale Hiywot Church

Nekemte Kale Hiywot Church Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Nekemte Kale Hiywot Church, Church, Nekemte, Around Rift Valley University, Nekemt.

Barumsa walitti fuufaa!Bara dhumaa fi Qophee Waldaa kristiyàanaakamisa yeroo hunda sa'a 11:00 eegaleeWaldaa Qaale Hiwoot...
18/11/2025

Barumsa walitti fuufaa!
Bara dhumaa fi Qophee Waldaa kristiyàanaa
kamisa yeroo hunda sa'a 11:00 eegalee
Waldaa Qaale Hiwoot Naqamtee lakk 1
irraa hin hafiinaa!

Yeroo barumsaaBara dhumaa fi qophee Waldaa Kristiyaanaa!Kamisa 11:00 eegaleeWaldaa QaalHiwoot Naqamtee lakk 1haffeeramta...
04/11/2025

Yeroo barumsaa
Bara dhumaa fi qophee Waldaa Kristiyaanaa!
Kamisa 11:00 eegalee
Waldaa QaalHiwoot Naqamtee lakk 1
haffeeramtaniittu!

Yeroo barumsaa Dilbata ganama torban sadiif turuWaldaa qaale Hiwoot Naqamtee lakk 1Hafuura Qulqulluu fi Kennaa AyyaanaaI...
29/10/2025

Yeroo barumsaa Dilbata ganama torban sadiif turu
Waldaa qaale Hiwoot Naqamtee lakk 1
Hafuura Qulqulluu fi Kennaa Ayyaanaa
Irraa hin hafiinaa!

Kamisa miilanaa kan eegalu yeroo barumsaaBara dhumaa fi qophii Waldaa Kristiyaanaa mata duree jedhuunhundi keessan haffe...
14/10/2025

Kamisa miilanaa kan eegalu yeroo barumsaa
Bara dhumaa fi qophii Waldaa Kristiyaanaa mata duree jedhuun
hundi keessan haffeeramtaniittu!

1/1/2018NEW YEAR PROGRAM
16/09/2025

1/1/2018
NEW YEAR PROGRAM

Ganama kadhataa guyyoota shaniif turu!Waldaan keenya waldaan qaal Hiwoot Naqamtee lakk 1 guyyoota qaammee shanan dura ke...
05/09/2025

Ganama kadhataa guyyoota shaniif turu!
Waldaan keenya waldaan qaal Hiwoot Naqamtee lakk 1 guyyoota qaammee shanan dura keenya jiran keessatti bor ganama sa'a 12:00 eegalee waan jiraatuuf namni kamiyyuu nuwajjin dhuftanii kadhannaa kana hirmaachuu dandeessu!

Kamisa ģalgala yeroo hundumaa 11 eegaleeAkkasumas Dilbata ganama 2:30 EegaleeSagantaa yeroo kadhannaa!
28/08/2025

Kamisa ģalgala yeroo hundumaa 11 eegalee
Akkasumas Dilbata ganama 2:30 Eegalee
Sagantaa yeroo kadhannaa!

22/08/2025
Yoh. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ...
22/08/2025

Yoh. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.
² Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.
³ Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.
⁴ Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture.
⁵ Sagalichi dukkana keessatti in ibsa, dukkanichi immoo isa bira ga'uu hin danda'u.
⁶ Namni Waaqayyo biraa ergame tokko ture, maqaan isaas Yohannis jedhama.
⁷ Inni kun dhugaa ba'uudhaaf dhufe; namoonni hundinuu dubbii isaatiin akka amananiif waa'ee ifichaa dhugaa ba'e.
⁸ Inni ofii isaa ificha hin turre, waa'ee ifichaa akka dhugaa ba'uuf ergame malee.
⁹ Ifichi inni dhugaan, inni gara biyya lafaa dhufe, namoota hundumaaf in ibsa.

Yididia Choir
Last sunday

Nagaaf ayyaanni Waaqayyoo isiniif habaayyatu!Dilbata miilanaa ganama sa'a 2:30 irraa eegalee sagantaa addaa gartuu kowaa...
13/08/2025

Nagaaf ayyaanni Waaqayyoo isiniif habaayyatu!
Dilbata miilanaa ganama sa'a 2:30 irraa eegalee sagantaa addaa gartuu kowaarii Yididiyaatiin qophaa'ee jira!
Kanaaf hundi keessan sagantaa kana irraa hin hafiinaa!

Yeroo kadhannaafi hirbaata QulqulluuDilbata ganama!Waldaa QaalHiwoot Naqamtee lakk 1tti
10/08/2025

Yeroo kadhannaafi hirbaata Qulqulluu
Dilbata ganama!
Waldaa QaalHiwoot Naqamtee lakk 1tti

Address

Nekemte, Around Rift Valley University
Nekemt

Telephone

0576612110

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nekemte Kale Hiywot Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category