Mana barumsaa sad. 1 ffaa Beetel Magaalaa Qeebbee

Mana barumsaa sad. 1 ffaa Beetel Magaalaa Qeebbee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana barumsaa sad. 1 ffaa Beetel Magaalaa Qeebbee, Christian church, Oromia, Nek'emte.

10/09/2025

Baga jijjirama baraa nagaan geessan isiniin jedha manni barumsaa Beetel Magaalaa Qeebbee. Galmeen barattootaa kan bara barnootaa 2018 Qaammee 5 xumurama yeroon galma'aa. yammuu isiniin jennu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama .

28/11/2024

Manni barumsaa Beetel Magaalaa Qeebbee mul'ata fagoo isa Magaalaa guddaatti hawwinu Qeebbeetti argachuu nii dandeenya jedhuun Waaqayyoon kadhachaa imala eegalee jira . Qofasaa eessayyuu hin gahu tumsa keessan barbada. Kallattii guddina mana barumsaa kanaa mul'ata keessan nuuf qoodaa. Isin jaallanna . Namni hin yaada Waaqayyo fiixaan baasa.

Baga gammaddan Baga gammadne ! Dhaloota gahumsa qabanii fi dorgomaa ta'an oomishuuf Manni barumsaa Betel Magaalaa Qeebbe...
09/09/2024

Baga gammaddan Baga gammadne ! Dhaloota gahumsa qabanii fi dorgomaa ta'an oomishuuf Manni barumsaa Betel Magaalaa Qeebbee hojirra jira. Kan fagootti ilaallu of biratti waliin taane haa guddisnu. Gargaarsa Waaqayyoo fi Tumsa hunda keenyaan ni dhugooma.

Baga Gammaddani ! Baga bara 2017 Nagaan geessan isinin Jenna. Itti aansuun akkuma bara 2016 hojii baruu fi barsiisuu haa...
09/09/2024

Baga Gammaddani ! Baga bara 2017 Nagaan geessan isinin Jenna. Itti aansuun akkuma bara 2016 hojii baruu fi barsiisuu haala gaariin goolabe ammas Manni Barumsaa Beetel Magaalaa Qeebbee galmee barattootaa eegalee xumuraa jira. kanaafuu maatiin barattoota Gulantaa 1,2,3 fi kutaa 1,2 galmeeffadhaa barsifadhaa yammuu isiniin jennu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama. Dhaloota gahumsa qaban dorgomaa ta'an horachuuf qophii dha. Waaqayyos nu gargaara eebbifamaa.

BAGA GAMMADDAN BAGA GAMMADNE. MANNI BARUMSAA SAD. 1FFAA BEETEL MAGAALAA QEEBBEE SIRNA CUFIINSA HOJII BARUU FI BARSIISUU ...
24/06/2024

BAGA GAMMADDAN BAGA GAMMADNE. MANNI BARUMSAA SAD. 1FFAA BEETEL MAGAALAA QEEBBEE SIRNA CUFIINSA HOJII BARUU FI BARSIISUU KAN BARA 2016 HAALA GAARII TA'EEN GOOLABEERA. GALATNI ISAA KAN WAAQAYYOO HAA TA'U.

23/04/2024

Manni barumsaa Beetel Magaalaa Qeebbee page matasaa banachuun yaada fi tumsa Lammii barbaada. Haa tumsinu

Address

Oromia
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana barumsaa sad. 1 ffaa Beetel Magaalaa Qeebbee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share