Nek'emte Emmanuel United Church

Nek'emte Emmanuel United Church Yesuus gooftaa ta'uu labsina.

Waldaa keenya keessatti tajaajila daa'immanii kanneen kennaa turan keessaa muraasa gara tajaajila   kennamuutti akka dar...
01/08/2026

Waldaa keenya keessatti tajaajila daa'immanii kanneen kennaa turan keessaa muraasa gara tajaajila kennamuutti akka darban taasifneerra.




Oladeemtota waldaa keenyaa!tajaajila ayyaana daa'immanii booda.
26/07/2026

Oladeemtota waldaa keenyaa!
tajaajila ayyaana daa'immanii booda.

15/07/2026
Irra-daddarbaa seera Museetiin ittii hiikamuu hin dandeenye, hundumaattiis hiikamuun isumaan akka argamu isin biratti ha...
15/07/2026

Irra-daddarbaa seera Museetiin ittii hiikamuu hin dandeenye, hundumaattiis hiikamuun isumaan akka argamu isin biratti haa beekamu, yaa obboloota ko! Yesusitti kan amanu hundinuu hiikama in argata.

~ Hojii Ergamootaa 13:39




Itti fufees Yesus, “Eenyu illee namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa ba'ee yoo mul'ise, anis abbaa koo isa waaqa irra...
14/07/2026

Itti fufees Yesus, “Eenyu illee namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa ba'ee yoo mul'ise, anis abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti dhugaa nan ba'aaf. Eenyu illee namoota duratti yoo na gane garuu, anis immoo abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti isa nan gana” jedhe.
Maatewos 10:32-33

👉 Dhugaa ba'aafii jiraadhu, dhugaa siif ba'a!!

16/05/2026
  guyyaa ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Yesuus.
13/04/2026

guyyaa ayyaana yaadannoo du'aa ka'uu Yesuus.

  guyyaa yaadannoo du'aa  ka'uu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2018.Baga geessan!
12/04/2026

guyyaa yaadannoo du'aa ka'uu gooftaa keenya Yesuus Kiristoos kan bara 2018.

Baga geessan!

Address

Oromia Regional State
Nek'emte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nek'emte Emmanuel United Church posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Nek'emte Emmanuel United Church:

Shortcuts

Share