Prophet Takilu Dinqa

Prophet Takilu Dinqa “Arrabni hundinuus,ulfina Waaqayyoo abbaatiif, Yesus Kristos gooftaa akka ta'e beeksisuuf jiru.”
— Filp. 2:11

  hin Afaamuu hirmaadha
01/09/2026

hin Afaamuu hirmaadha

  guyyaa dilbaata irraa kan fudhaatameW. W. W HUMNAA FAYYIISUU KIRISTOS M/BAAKKOOMo'ichaan xumureera galaata waaqayyoo
31/08/2026

guyyaa dilbaata irraa kan fudhaatame
W. W. W HUMNAA FAYYIISUU KIRISTOS M/BAAKKOO
Mo'ichaan xumureera galaata waaqayyoo

W_W_W_HUMNAA_FAYYIISU_KIRISTOOS_M_BAAKKOO  'EERA M/FAR 34:4_-_-4 Ani Waaqayyoon barbaaddadhe,innis ana jalaa owwaate,sod...
29/08/2026

W_W_W_HUMNAA_FAYYIISU_KIRISTOOS_M_BAAKKOO

'EERA M/FAR 34:4_-_-
4 Ani Waaqayyoon barbaaddadhe,
innis ana jalaa owwaate,
sodaa koo hundumaa keessaas na baase.
5 Gara isaa ilaalaa, fuulli keessanis haa ifu!
Deebitaniis qaaniidhaan lafa hin ilaaltan.
6 Namichi gadadamaan kun yommuu iyyate,
Waaqayyo isaaf dhaga'e,
rakkina isaa hundumaa keessaas isa in oolche.
7 Ergamaan Waaqayyoo
naannoo warra Waaqayyoon sodaatanii in buufata,
inni isaan in oolchas.

1 ISAA BARBAADAN ARGAATU
1 M/SAMU'EL 2:1_-_-
1 Yommus Haannaan kadhata ishee keessatti,
“Waaqayyoo ulfina waan anaaf kenneef,
garaan koo isatti in gammada;
inni waan na gargaareef,
ani diinota koo irratti ofan jaja.
2 Yaa Waaqayyo, qulqulluun akka keetii
tokko illee hin jiru;
si malees kan biraa hin jiru;
akka Waaqayyo keenyaas
kattaa kan namaaf ta'u hin jiru.
3 Of tuulummaa keessan hin baay'isinaa!
Of jajuunis afaan keessan keessaa hin ba'in!
Waaqayyo gooftichi beekaa dha!
Hojii namoota hundumaas
miijana irra kaa'ee in ilaala.
4 Iddaan warra jajjaboo in caba,
warri dadhaboonni garuu
humna isaan jabeessu in hidhatu.

29/08/2026
   'INSAAFAR 128:1_-_-1 Namni Waaqayyoon sodaatu hundinuu,inni karaa isaa irra adeemus gammachuu qaba!2 Wanta harka keet...
28/08/2026



'INSAA
FAR 128:1_-_-
1 Namni Waaqayyoon sodaatu hundinuu,
inni karaa isaa irra adeemus gammachuu qaba!
2 Wanta harka keetiin
itti dadhabdee argatte in nyaatta,
ati in gammadda, gaariittis in jiraatta.
3 Haati manaa kee mana kee keessatti
akka muka waynii ija godhatuu in taati;
ijoolleen kees naannoo maaddii keetti
akka lataa muka ejersaa in ta'u.
4 Kunoo, namni Waaqayyoon sodaatu,
akka kanatti in eebbifama.
'INSAA
1 WAAQAYYOON_SODDAACHU 112:1_-
1 Waaqayyoon jajadhaa!
Namni Waaqayyoon sodaatu,
inni abboommiin isaa guddaa itti tolus haa gammadu!
2 Sanyiin isaa biyyicha keessatti guddaa in ta'a,
dhaloonni warra gara-qajeelotaa in eebbifama.
3 Badhaadhummaa fi soorumni mana isaa keessa jira,
qajeelummaan isaas yeroo hundumaaf
jabaatee in dhaabata.
4 Inni araara-qabeessa,
oo'a-qabeessa, qajeelaas waan ta'eef,
warra gara-qajeelotaaf
ifni dukkana keessatti in ba'aaf.

 BORIIS_ITTI FUFAA
27/08/2026


BORIIS_ITTI FUFAA

25/08/2026


     NUF KENNAAMEN BADDIISA OLEE W/YOH 3:16_-_-16 “Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa ...
23/08/2026




NUF KENNAAMEN BADDIISA OLEE W/YOH 3:16_-_-

16 “Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti! 17 Waaqayyo biyya lafaatti farachiisuuf miti, biyyi lafaa isaan haa fayyuuf ilma isaa biyya lafaatti erge malee. 18 Ilma isaa kanatti kan amanu itti hin faradamu, isatti kan hin amanne garuu, maqaa tokkicha ilma Waaqayyootti waan hin amaniniif, ammuma iyyuu itti faradameera.

Address

Gida
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Prophet Takilu Dinqa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share