Waan Gaarii

Waan Gaarii “Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!”
— Rom. 12:21

Raajii Masarat Taayyee eebba Waaqayyoo ta’een nuuf kenname dha.Amma immoo faarfannaa Albeema isaa 1ffaa, mata-duree YERU...
25/01/2026

Raajii Masarat Taayyee eebba Waaqayyoo ta’een nuuf kenname dha.
Amma immoo faarfannaa Albeema isaa 1ffaa, mata-duree YERUSAALEM jedhamu nuuf dhiyeesseera 🎶
Guyyaan eebbifamuu isaa Dilbata, 24/5/2018, Waldaa Araaraatti ni gaggeeffama.

Raajii keenya si Jaallanna , ati eebba keenya dha 🙌🔥

“Namni qajeelaan hiyyeessaaf in dhimma,.. "  — Fak. 29:7“Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!”  —...
24/01/2026

“Namni qajeelaan hiyyeessaaf in dhimma,.. "
— Fak. 29:7

“Waan gaariidhaan isa hamaa mo'i malee, hamaan si hin mo'in!”
— Rom. 12:21
Raajii Masarat Taayyee ♥️

Address

Nek'emte
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waan Gaarii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share