08/09/2026
03/13/2018 Tajaajila Kibxata Gaara Shiiloo
Isay.43:18-19 Waan haaraa
••••••••••
¹⁸ Kanaafis Waaqayyo, "Isa durii hin yaadatinaa, wanta darbettis yaada keessan hin hidhinaa!
¹⁹ Kunoo, ani wanta haaraa nan godha, inni amma iyyuu as ba'uutti jira; isin hin argitanii? Ani lafa onaa keessa karaa nan baasa, lafa duwwaa keessas bishaanota nan yaasa;
Waaqayyo amala isaa keessatti ijoolleessaaf isa moofaa irraa kaasuun isa haaraa isaaniif qopheessa.
Nama Amanuuf bara 2019tti waaqayyo waan haaraa siif manakeef qopheesseera