Waldaa Mana nagaa Kakuu Beteel Addunyaalessa

Waldaa Mana nagaa Kakuu Beteel Addunyaalessa Yesus Gooftaadha

“Gaachanaa fi mi'a lolaa ol fudhadhuutii, ana gargaaruudhaaf ka'i!”  — Far. 35:2  namotaa bayetuu dubii sagalee waqayyoo...
27/02/2024

“Gaachanaa fi mi'a lolaa ol fudhadhuutii, ana gargaaruudhaaf ka'i!”
— Far. 35:2

namotaa bayetuu dubii sagalee waqayyoo dha'ee jira

24/02/2024
MEE NA DUBBISII!!▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬✍Beekaamuuf osoo hin taanee beekaa ta'uudhaf hojjedhu.✍Hojii boqonnaa sammuu qabuu dalaguuf, ...
23/02/2024

MEE NA DUBBISII!!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

✍Beekaamuuf osoo hin taanee beekaa ta'uudhaf hojjedhu.

✍Hojii boqonnaa sammuu qabuu dalaguuf, dursaa eenyummaa keetti deebi'ii.

✍Waanta tokko namnii Waan namnii jajeef hin jajiin, waan namnii qeeqeefis hin qeeqiin Ejjennoo mataa keen deemsa kee itti fufi.

✍Hamma jiraachuuf carra argattetti gaarummaa dalaguun yeroo kee dabarsii.

✍Kabajii inni guddaan kabajaa namummaatii, malee kan sanyuumma miti. Kanaaf namummaa namaa tokko qofaaf kabaja qabaadhu.

✍ Jireenya kee keessatti tasumaa iyyuu Ejjennoo miiraa hin qabaatin.miiraan deemnaan miidhamnii kan keeti.

Nama boruu Gudatuutii Amenyaa hin yaddiin waqayyoof of Egadhuu

Wangelaan jirenyaa Akka Arganne beka
20/02/2024

Wangelaan jirenyaa Akka Arganne beka

Adama ganama. Kanna kanna fakataa DILBATA Garii
18/02/2024

Adama ganama. Kanna kanna fakataa DILBATA Garii

Konfirasii magalaa Adama
17/02/2024

Konfirasii magalaa Adama

16/02/2024
Macafaa qulquluu
16/02/2024

Macafaa qulquluu

😍
15/02/2024

😍

Address

Oromia
Mojo
NO

Telephone

+251931705390

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Mana nagaa Kakuu Beteel Addunyaalessa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share