Walda Amantoota Daandii Araaraa Kiristoos

Walda Amantoota Daandii Araaraa Kiristoos Kaayyoon Page keenya Wangeela Kiristoosin Lallabuudha.

10/01/2024

IFA Guddaatu jira dura kana!!!

Dubbiin Waaqayyoo Jiraataadha!!!!
13/11/2023

Dubbiin Waaqayyoo Jiraataadha!!!!

Waaqayyoo irratti of gatuu[Faarfannaa: 27:1 Waaqayyo ifa koo ti, fayyina koo tis, yoos immoo eenyuunan sodaadha ree? Waa...
27/08/2023

Waaqayyoo irratti of gatuu
[Faarfannaa: 27:1
Waaqayyo ifa koo ti, fayyina koo tis, yoos immoo eenyuunan sodaadha ree? Waaqayyo da'oo jireenya kootii ti, eenyu durattan pherpherama ree? , Faarfannaa: 27:2
Warri hamaa hojjetan ana nyaachuuf yommuu anatti dhi'aatan, warri na cunqursanii fi warri diina kootii ana irratti yommuu ka'an, ofuma isaaniitii gufatanii in kufu., Faarfannaa: 27:3
Duulli na marsee yoo buufate iyyuu, garaan koo hin sodaatu; lolli yoo anatti ka'e iyyuu, ani hin shakku., Faarfannaa: 27:4
Ani Waaqayyoon waan tokkicha nan kadhadha, isas argachuu nan barbaada; innis, bara jireenya koo hundumaa mana Waaqayyoo keessa jiraachuu, gaarummaa Waaqayyo hojjetu ilaaluu, mana qulqullummaa isaa keessattis isa yaadachuu dha.]
📸 Ephrem solomon

Giddu kana koonfiraansi hafuura guddaa waldaan keenya Qopheessite turte irratti Waaqayyoo hojii guddaa hojjete lubbuun h...
14/08/2023

Giddu kana koonfiraansi hafuura guddaa waldaan keenya Qopheessite turte irratti Waaqayyoo hojii guddaa hojjete lubbuun haaranis gara mootumma waaqayyootti dabalamaniiru.
Isa kana godheef galanni ha tah.
Itti fufta....

Sagantaa har'a irra Suura fudhatamedha!!!Mata Duree:-Misoomaaf Barbaadamta.Rut. 1¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯⁸ Yommus Naa'omiin niitota il...
23/07/2023

Sagantaa har'a irra Suura fudhatamedha!!!
Mata Duree:-
Misoomaaf Barbaadamta.
Rut. 1
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁸ Yommus Naa'omiin niitota ilmaan ishee lamaaniin, "Deebi'aa, gara mana mana warra keessanii dhaqaa; akkuma isin warra isin irraa du'eef, anaafis gaarii gootan, Waaqayyo gaarii isiniif haa godhu!
⁹ Waaqayyo, mana itti uffee jettan akka argattaniif bultii isiniif haa kennu!" jette; yeroo isheen dhudhungattee nagaa itti dhaamtetti immoo, isaan sagalee isaanii guddisanii in boo'an.
¹⁰ Amaatii isaaniitiin immoo, "Nuyi sii wajjin gara saba kee in dhaqna malee, si biraa hin deebinu!" jedhan.
¹¹ Naa'omiin garuu, "Deebi'aa malee ijoollee ko, maaliif anaa wajjin dhaqxu? Ani ilmaan si'achi abbaa manaa isiniif ta'an garaa koo keessaa qabaa ree?

Ebsani Solomon  Addaa Ture!!!Mata Duree:-  siin Hojjechuu barbaada.Mat. 15¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹ Ergasii Fariisonnii fi barsiisonni...
02/07/2023

Ebsani Solomon
Addaa Ture!!!
Mata Duree:-
siin Hojjechuu barbaada.
Mat. 15
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹ Ergasii Fariisonnii fi barsiisonni seeraa Yerusaalemii gara Yesus dhufanii,
² "Bartoonni kee maaliif seera muka abbaa keenyaa irra daddarbu? Isaanoo buddeena nyaachuu isaanii dura harka dhiqachuudhaan of hin qulleessan" jedhaniin.
³ Yesus deebisee, isinoo seera muka abbaa keessaniitiif jettanii, maaliif abboommii Waaqayyoo irra daddarbitu?
⁴ Waaqayyo, 'Abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni!' iddoo biraatti immoo, 'Abbaa isaa fi haadha isaa irratti hamaa kan dubbatu dhugumaan haa ajjeefamu!' jedheera.

Wow
19/06/2023

Wow

Galma Bulchiinsa Magaala MattuuttiJimaata dhufu kaase Hanga Sanbata Guddaatti dhangaan  hafuura kun isiniif qophaaye waa...
13/06/2023

Galma Bulchiinsa Magaala Mattuutti
Jimaata dhufu kaase Hanga Sanbata Guddaatti dhangaan hafuura kun isiniif qophaaye waan jiruuf kotta Hirmaadha.

Bor Guyyaa Guutuu kottaa Hirmaadha.
13/05/2023

Bor Guyyaa Guutuu kottaa Hirmaadha.

Address

Mettu
Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walda Amantoota Daandii Araaraa Kiristoos posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Walda Amantoota Daandii Araaraa Kiristoos:

Share