02/01/2024
Waldaan amantoota makanayesuus guutee geendoo seenaa qabeetti ta'uu ishee beekamadha. Haata'uu malee haalaa raakkisaa fi danqaa kanaa keessati waaqayyoo eegee har'an ga'ee, boorus akka inni eegu abdii qabna, yeroo ammaa birmaana dhaloota ishee barbaachiseera, kaanaaffuu dhaloota biyyaa keessa fi biyyaa alaa jirtaa, akka nuu cinaa dhabbaatan kadhaata fi dinaageen utubdaan gudinaa ishee gaara fulduurati akka tarkaafachiftan kabaaja fi jalaala waaqayyoo isiin gaafana.
Far 24:5-6 inni waaqayyoo biraa eebbaa,gooftaa isaa, fayyisaa isaa biraas dhugaa in argata.
Dhaloonni waaqayyoo barbaaddatan kun warra akkasiiti; yaa waaqayyoo isa kan yaaqoob, warri fuula kee arguu fedhan isaanuma kana.
Kan nuu birmaachuu barbaaddan lakk bilbiila kanaa nuu dubbiisa
0917444515
0964253676 kanaan nuu argatu.
Bakkii argama keenyaa giddaa ayyaanaa gandaa guutee guuddinaa.