Ilubabor Muslim Youth Council/Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa: G/I/A/Boor

  • Home
  • Ethiopia
  • Mattu
  • Ilubabor Muslim Youth Council/Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa: G/I/A/Boor

Ilubabor Muslim Youth Council/Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa: G/I/A/Boor Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ilubabor Muslim Youth Council/Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa: G/I/A/Boor, Religious organisation, Mattu.

نحن نقص عليك نبأهم بالحق إنهم فتية آمنوا بربهم وزدناهم هدى (١٣)
Nuti oduu isaanii dhugaan siif odeessina Dhugumatti, isaan Dargaggoota Gooftaa isaaniitti amananii, qajeeluma isaaniif daballeedha.
[الكهف : 13]

Waan Ofii Abbaatu Jabeeffata
04/07/2026

Waan Ofii Abbaatu Jabeeffata

Galmeen Miseensotaa: Itti fufaa jira*********GALATOOMAA***********kaawunsilii A/Diiduu Magaalaa Gordommootti Galmeen Mis...
17/06/2026

Galmeen Miseensotaa: Itti fufaa jira*********GALATOOMAA***********
kaawunsilii A/Diiduu Magaalaa Gordommootti Galmeen Miseensummaa Kaawunsilii Magaalaa itti fufe.
***************Galatoomaa**********
👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuquun Obsaan xumuraa.
waraqaa Eenyummaa Miseensummaa kaawunsilii Keessan Buufadhaa👇
https://membership.emyc.et/
Complete your registration and Download your membership Identification Card.
★★★★★★★★★★★★★★★★★
Galmooftanii? Ani Galmaa'eera.
★★★★★★★★★★★★★★★★
Galatoomaa!!!!!!💫⭐🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram: https://t.me/IABZYouthCouncil

‎Godina Iluu Abbaa Boor, A/Yaayyootti, Galmeen Dargaggoota Musliimaa Jalqabsiifame.‎★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★...
11/06/2026

‎Godina Iluu Abbaa Boor, A/Yaayyootti, Galmeen Dargaggoota Musliimaa Jalqabsiifame.
‎★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
‎Akkuma Beekamu, Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa ergaa hundaa'ee Hojii Ijaarama Dargaggoota fi Galmee Dargaggoota Karaa Digitaalaan Raawwataa jiru, guyyaa har'as A/Yaayyootti Haala Gaariin sagantaan saqiibsaa Gaggeeffameera.
‎★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
‎Sagantaa Kana Irratti W/Q/M/Dh/Is/Aanichaa Sheik Taajuddiin Shekaddiin Haasaa baniinsaa Taasisaniin, Dargaggootni Diinii Islaamaa keessatti Ga'ee Ol'aana qaban ijaaramuun Milkaa'ina Hojii Majliisaa fi Dhaloota Borii Ijaaruu keessatti Gahee ol'aanaa waan qabuuf, Caasaàn Dargaggoota Ciminaan Ijaaramuun Akka qabu kaasaniiru.
‎Dabalataan Inisheetiivii Galmee Dargaggootaa Akka Aanichaatti Dargaggootni Hundi Akka Galmaa'aan Waamicha Ergaa Dabarsanii Booda Miseensa Kaawunsilii Ta'uun ofii Galmaa'uun Dargaggootni Akka Galmaa'aan Taasisaniiru.
‎★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
‎Dargaggootni Egeree Borii fi Diinii Islaamaa keessatti Shoora isaanirraa Eegamu bahachuuf,
‎Hidhannoo Gaarii fi Hiriyyaa Gaarii Qabaachuun Dhaloota jiru Dhaloota Diinii isaa hubatee fakkeenyummaa qabu horachuuf Dargaggootni Barnootatti Bakka kennuun Akka qaban Dargaggoo fi Ulamaa'ii Yeroon Barbaadu kan ta'an Ustaaz Zakir Badruu Dhaamsa Taasisaniiru.
‎★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
Dhuma irratti Kaawunsiliin Godinaa: Qaamoleee mana marii, Deeggartoota fi Hirmaattota sagantichaa galateeffachuun Golabameera.
👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuquun Obsaan xumuraa.
waraqaa Eenyummaa Miseensummaa kaawunsilii Keessan Buufadhaa👇
https://membership.emyc.et/
Complete your registration and Download your membership Identification Card.
★★★★★★★★★★★★★★★★★
Galmooftanii? Ani Galmaa'eera.
★★★★★★★★★★★★★★★★
Galatoomaa!!!!!!💫⭐🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram: https://t.me/IABZYouthCouncil

Wal Argaan Keenya Insha'allah"""YAAYYOO"""★★★★★★★★★★★★★★★★★★★👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuqu...
10/06/2026

Wal Argaan Keenya Insha'allah"""YAAYYOO"""
★★★★★★★★★★★★★★★★★★★
👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuquun Obsaan xumuraa.
waraqaa Eenyummaa Miseensummaa kaawunsilii Keessan Buufadhaa👇
https://membership.emyc.et/
Complete your registration and Download your membership Identification Card.
★★★★★★★★★★★★★★★★★
Galmooftanii? Ani Galmaa'eera.
★★★★★★★★★★★★★★★★
Galatoomaa!!!!!!💫⭐🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram: https://t.me/IABZYouthCouncil

Galmeen Miseensotaa: Itti fufaa jira*********GALATOOMAA***********Miseensa K/Raawwachiistuu A/Mattuu: Miseensa kaawunsil...
08/06/2026

Galmeen Miseensotaa: Itti fufaa jira*********GALATOOMAA***********
Miseensa K/Raawwachiistuu A/Mattuu: Miseensa kaawunsilii Ta'uun Galmaa'an.
***************Galatoomaa**********
👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuquun Obsaan xumuraa.
waraqaa Eenyummaa Miseensummaa kaawunsilii Keessan Buufadhaa👇
https://membership.emyc.et/
Complete your registration and Download your membership Identification Card.
★★★★★★★★★★★★★★★★★
Galmooftanii? Ani Galmaa'eera.
★★★★★★★★★★★★★★★★
Galatoomaa!!!!!!💫⭐🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram: https://t.me/IABZYouthCouncil

Ethiopia, Dr. Mahammadsalih
02/06/2026

Ethiopia, Dr. Mahammadsalih

"Ayyam Al-Tashriiq" Dhimma Kaawunsiliitiin Dabarsine..***************************************A/Diiduu:Magaalaa Gordommoo...
31/05/2026

"Ayyam Al-Tashriiq" Dhimma Kaawunsiliitiin Dabarsine..
***************************************
A/Diiduu:Magaalaa Gordommootti Kaawunsilii Magaalaa Sagantaa Hubannoo fi Jalqabsiisa Galmee Gaggessuun Dabarsan.
******************************************************************************
Sagantaa Kana Irratti Imaama Masjiida Anwar Magaalaa Gordommoo, Qabaa K/D/M/Godinaa Fi Kaawunsiin Aanaa Irratti Argamuun Hubannoo Kennuun Danda'aameera.
Dhuma Irratti, Koree Kaawunsilii Magaalaa hundeessuun,Galmee Manual Jalqabsiisuun Yeroo Gabaabaatti Akka galmee kana keessa bahuun gara Hojii Qabatamaatti seenan kallattii kennuun Danda'aameera.
*******************************************
Caamsaa: 20:2018
M/Gordommoo

Galmeen Miseensotaa: Itti fufaa jira*********GALATOOMAA***********
👉👉👉For Registration/ Galmaa'uuf:- Liinkii Armaan Gadii Tuquun Obsaan xumuraa.
waraqaa Eenyummaa Miseensummaa kaawunsilii Keessan Buufadhaa👇
https://membership.emyc.et/
Complete your registration and Download your membership Identification Card.
★★★★★★★★★★★★★★★★★
Galmooftanii? Ani Galmaa'eera.
★★★★★★★★★★★★★★★★
Galatoomaa!!!!!!💫⭐🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟🌟
FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram:-https://t.me/IABZYouthCouncil

☘Guyyaan Boruu Guyyaa Guddaadha Haa Soomnu!!*******************************************“صيامُ يومِ عرفةَ أحتسبُ على الله...
25/05/2026

☘Guyyaan Boruu Guyyaa Guddaadha Haa Soomnu!!
*******************************************
“صيامُ يومِ عرفةَ أحتسبُ على اللهِ أن يُكَفِّرَ السَّنةَ
التي قبلَهُ والسَّنةَ التي بعدَهُ”
“Soomni Guyyaa Arafaa Dilii Waggaa Kan Isa Duraa fi Kan Isa Boodaa Nama Irraa Harcaasa.
******************************************

FOllow Us via👇👇✍️✍️✍️✍️🤳🤳🤳
Fb:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61585557476119
Telegram:-https://t.me/IABZYouthCouncil
******************************************

(Ṣaḥiiḥ Muslim 1162)

****
Oromia Muslim Youth Council
* Telegram: https://t.me/OMYC1
* page : https://www.facebook.com/OromiaMuslimYouthCouncil

Address

Mattu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ilubabor Muslim Youth Council/Kaawunsilii Dargaggoota Musliimaa: G/I/A/Boor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share