Amos Alemisa

Amos  Alemisa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Amos Alemisa, Evangelical church, Lege T'afo.

15/04/2026
17/03/2026

Psalms 23:5-6 Thou preparest a table before me in the presence of mine enemies: thou anointest my head with oil; my cup runneth over.
Surely goodness and mercy shall follow me all the days of my life: and I will dwell in the house of the LORD for ever
Utuma warri na cunqursan ilaalanii,
ati maaddii anaaf in dhi'eessita
mataa koos dhadhaa ejersaa in dibda,
xoofoon koos guutee irra in dhangala'a;
6 eyyee, bara jireenya koo hundumaatti
gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u;
guyyoota kana hundumaafis
mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha.✝️❤️🙏🏾

Science & Tech

Wantii Hundumtuu Guyyaa Fedha waaqayyoottii ta'aan Obbolessaa    Congratulations Baga milkoofteen
13/03/2026

Wantii Hundumtuu Guyyaa Fedha waaqayyoottii ta'aan Obbolessaa
Congratulations Baga milkoofteen

13/03/2026

Baga Milkoofteen

Addunyaa Fakkessuun Gutteen
06/03/2026

Addunyaa Fakkessuun Gutteen

02/03/2026

Injifannoo Adwaa Waggaa 130ffaa:
Gootummaa Saboota fi sablamoota Itoophiyaa Mallattoo injifannoo Saba Gurraachaa

Baga ayyaana injifannoo Adwaa waggaa 130ffaa, Geessan
Injifannoon Adwaa seenaa Itoophiyaa qofa osoo hin taane, seenaa gurraachota addunyaa keessatti bakka guddaa qaba. Injifannoon kun mallattoo tokkummaa, gootummaa fi obsa saba Itoophiyaa hundaati. Barraaqni Adwaa gootummaa dhiiraa fi dubartoota biyya kanaan kan ijaarameedha. Akkaataa kanaan, seenaa kana keessatti gaheen Oromoo fi sablammoota biroo baay'ee murteessaa ture.
Har’a yeroo injifannoo kana yeroo yaadannu, gaheen gootota Oromoo madda garbummaa cabsuu keessatti taphatan seenaa keessatti bakka guddaa qaba.
Dhiigni gootota keenya gaara Adwaa irratti dhangala’e birmadummaa har’a ittiin boonnuuf bu’uura cimaa ta’ee jira.
የአድዋ ድል 130ኛ ዓመት ክብረ በዓል
የኢትዮጵያ ብሔሮችና ብሔረሰቦች ጀግንነት – የጥቁር ሕዝብ ድል ምልክት
እንኳን ለአድዋ ድል 130ኛ ዓመት አደረሳችሁ!
የአድዋ ድል የኢትዮጵያ ብቻ ሳይሆን በዓለም የጥቁሮች ታሪክ ውስጥ ትልቅ ስፍራ ያለው ነው። ይህ ድል የኢትዮጵያ ሕዝብ በአጠቃላይ ያሳየውን አንድነት፣ ጀግንነትና ትዕግሥት የሚያመለክት ነው። የአድዋ ብርሃን በዚህ አገር ወንዶችና ሴቶች በአንድነት በፈጸሙት ጀግንነት የተገነባ ነው። በዚህ ታሪክ ውስጥ የኦሮሞና የሌሎች ብሔሮች አስተዋጽኦ እጅግ ወሳኝ ነበር።
ዛሬ ይህንን ድል ስናስታውስ፣ የኦሮሞ ጀግኖች በባርነትን ለማስወገድ ያደረጉት ተሳትፎ በታሪክ ውስጥ ታላቅ ስፍራ አለው። የጀግኖቻችን ደም በአድዋ ተራራ ላይ መፍሰሱ ዛሬ የምንኮራበት ነፃነታችን ጽኑ መሠረት ሆኖ ተቀምጧል።

01/03/2026

Tapha Corner FC vs Red Card Fc
Giddutti Gaggeffamee Olaantummaa Corner Fc xumuramee

01/03/2026

“ሥራህን ለእግዚአብሔር አደራ ስጥ፥ አሳብህም ትጸናለች።”
— ምሳሌ 16፥3

Address

Lege T'afo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Amos Alemisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share