Maatii Kristos isa fannifame/The Crucified Christ Family/የተሰቀለው ክርስቶስ ቤተሰብ

  • Home
  • Ethiopia
  • Jimma
  • Maatii Kristos isa fannifame/The Crucified Christ Family/የተሰቀለው ክርስቶስ ቤተሰብ

Maatii Kristos isa fannifame/The Crucified Christ Family/የተሰቀለው ክርስቶስ ቤተሰብ dhugaa dhiga yesus beekuun fayyina.

Itti Ebbifamaa
18/01/2026

Itti Ebbifamaa

Nyd de videoer og den musik, du holder af, upload originalt indhold, og del det hele med venner, familie og verden på YouTube.

07/01/2026

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

07/01/2026

“Beenyaan nama cubbuu hojjetuu du'a; kennaan Waaqayyoo inni Kristos Yesus gooftaa keenyaa wajjin tola kennamu garuu jireenya bara baraa ti.”
— Rom. 6:23

04/12/2025

Waaqayyoo siif yaadeeraa!

Er. 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁰ Waaqayyo, "Akkuman dur dubbadhee ture waggaa torbaatama mootii Baabiloniif erga hojjettanii booddee isin nan yaadadha, akkuman dur isin abdachiisee tures gara biyya kanaatti isin nan deebisa;
¹¹ yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti.
¹² Yommus isin gara kootti deebitanii maqaa koo waammattanii ana in kadhattu, anis isiniif nan dhaga'a;
¹³ isin ana in barbaaddattu; garaa keessan guutuudhaan yoo ana barbaaddattan, ana in argattu;
¹⁴ anis immoo akka isin ana argattan nan godha; ani Waaqayyo boojuu keessaa isin nan deebisa; saba hundumaa fi iddoon itti isin tatamsaasee ture hundumaa keessaa walitti isin qabee gara biyya isan keessaa isin baasee isin boojisiiseetti isin nan deebisa" jedhe; kana Waaqayyotu dubbate.

04/12/2025

Jeremiah 29 አማ - ኤርምያስ
10: እግዚአብሔር እንዲህ ይላልና፦ ሰባው ዓመት በባቢሎን በተፈጸመ ጊዜ እጐበኛችኋለሁ፥ ወደዚህም ስፍራ እመልሳችሁ ዘንድ መልካሚቱን ቃሌን እፈጽምላችኋለሁ።
11: ለእናንተ የማስባትን አሳብ እኔ አውቃለሁ፤ ፍጻሜና ተስፋ እሰጣችሁ ዘንድ የሰላም አሳብ ነው እንጂ የክፉ ነገር አይደለም።
12: እናንተም ትጠሩኛላችሁ፥ ሄዳችሁም ወደ እኔ ትጸልያላችሁ፥ እኔም እሰማችኋለሁ።
13: እናንተ ትሹኛላችሁ፥ በፍጹም ልባችሁም ከሻችሁኝ ታገኙኛላችሁ።
14: ከእናንተም ዘንድ እገኛለሁ፥ ይላል እግዚአብሔር፥ ምርኮአችሁንም እመልሳለሁ፥ ከአሕዛብም ሁሉ ዘንድ እናንተንም ካሳደድሁበት ስፍራ ሁሉ እሰበስባችኋለሁ፥ ይላል እግዚአብሔር፤ እናንተንም ለምርኮ ወዳፈለስሁበት ስፍራ እመልሳችኋለሁ።

04/12/2025

Jeremiah 30 አማ - ኤርምያስ
8: በዚያ ቀን እንዲህ ይሆናል፥ ይላል የሠራዊት ጌታ እግዚአብሔር፤ ቀንበርን ከአንገትህ እሰብራለሁ፥ እስራትህንም እበጥሳለሁ፥ ከእንግዲህ ወዲህም ለሌላ አትገዛም፤
9: ለአምላካቸው ለእግዚአብሔርም ለማስነሣላቸው ለንጉሣቸው ለዳዊትም ይገዛሉ እንጂ ሌሎች አሕዛብ እንደ ገና አይገዙአቸውም።
10: እነሆ፥ አንተን ከሩቅ ዘርህንም ከምርኮ አገር አድናለሁና ባሪያዬ ያዕቆብ ሆይ፥ አትፍራ፥ ይላል እግዚአብሔር፥ አንተም እስራኤል ሆይ፥ አትደንግጥ፤ ያዕቆብም ይመለሳል ያርፍማል ተዘልሎም ይቀመጣል፤ ማንም አያስፈራውም።
11: አድንህ ዘንድ ከአንተ ጋር ነኝና፥ ይላል እግዚአብሔር፤ አንተንም የበተንሁባቸውን አሕዛብን ሁሉ ፈጽሜ አጠፋለሁ፥ አንተን ግን ፈጽሜ አላጠፋህም፤ በመጠን እቀጣሃለሁ፥ ያለ ቅጣትም ከቶ አልተውህም።

30/11/2025

Waa'ee Jabaatanii Hojii Hojjeechuu

2Tas. 3
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
⁶ Ammas obboloota nana, isin keessaa nama hojjechuu dhiisee dhibaa'ummaatti jiraatu, nama akka barsiisa isa nu biraa argattaniitti hin jiraannettiis hidhata akka hiikkattan, maqaa gooftaa keenya Yesus Kristosiin isin in abboomna.
⁷ Nuyi yommuu isin bira turre, hojjechuu dhiifnee dhibaa'ummaatti hin jiraanne; isinis fakkeenya keenya duukaa bu'uun hammam barbaachisaa akka ta'e ofii keessanii iyyuu in beektu.
⁸ Nama tokkotti illee ba'aa akka hin taaneef halkanii fi guyyaa hojiitti dadhabnee hojjenne malee, utuu gatii hin baasiniif nama tokko irraa buddeena illee hin nyaanne.
⁹ Nu ilaaltanii duukaa akka buutaniif fakkeenya isiniif taane malee, ba'aa isinitti ta'uuf iyyuu nuyi karaa dhabne miti.
¹⁰ Yommuu isin bira turre iyyuu, "Namni hojii hojjechuu hin barbaanne midhaanis hin nyaatin!" jennee isin abboomneerra.

15/11/2025

Far. 139
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
² Taa'uu koo fi ijaajjuu koo in beekta, fagoodhaas yaada koo in hubatta.
³ Ka'ee adeemuu koo fi ciisuu koos gargar in baafatta, karaa jireenya koo hundumaas keessa in beekta.
⁴ Utuma dubbiin afaan kootii hin ba'in, isa ani jechuuf ture hundumaa ati dur illee beekte, yaa Waaqayyo!
⁵ Ati karaa hundumaan naannoo kootti argamtee, harka kee ana irra qabdee jirta.
⁶ Wanta dinqisiisaa akkasii kana beekuun humna koo gararraa dha, anaa ol, isa bira ga'uus hin danda'u.

Far. 139
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹³ Keessa namummaa koo situ uume, gadameessa haadha koo keessatti situ na tolche;
¹⁴ isa ati guddaa dinqisiisaa gootee na uumteef, ani galata siif nan galcha; gochaan kee waanuma raajii ti, anis kana ba'eessa godhee nan beeka.
¹⁵ Ani dhoksaatti yommuun hojjetame, gadameessa [isa akka lafa gad fagootti ilaalamu] keessatti yommuun tottolfame lafeen koo iyyuu si duraa hin dhokanne.
¹⁶ Nama ta'uun koo utuu hin beekamin iji kee na arge, dhaladhee barri jireenya koo lakkaa'amuu utuu hin jalqabin, guyyoonni anaaf yaadaman guutummaatti macaafa kee keessatti caafaman.
¹⁷ Yaadni kee maal maal anatti jabaata, yaa Waaqayyo! Guutummaattis maal maal baay'ata!
¹⁸ Ani lakkoobsa isaa himuu utuun yaalee, cirracha irra in baay'ata; kana yaaduu keessaa yeroon dammaqus, amma iyyuu sii wajjinan jira.

15/11/2025

“Ati karaa hundumaan naannoo kootti argamtee, harka kee ana irra qabdee jirta.”
— Far. 139:5

27/09/2025

ትኩረታችን የተሰቀለው ክርሰቶስ እንጂ እንጨቱ አይደለም።

1 Corinthians 1 አማ - 1ኛ ቆሮንቶስ
23: እኛ ግን የተሰቀለውን ክርስቶስን እንሰብካለን፤ ይህም ለአይሁድ ማሰናከያ ለአሕዛብም ሞኝነት ነው፥

27/08/2025

Isa. 41
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁰ Egaa ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin! Ani Waaqayyo kee ti hin na'in! Ani sin jabeessa, ani sin gargaaras; irree qajeelummaa koo isa mirgaatiin ol sin qaba.
¹¹ Kunoo, warri si hadheessan hundinuu in yeella'u, in salphatus; warri si irratti ka'anis in dhumu malee, waa'ee hin baasan.

Address

Birmadummaa
Jimma

Telephone

+251917172901

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maatii Kristos isa fannifame/The Crucified Christ Family/የተሰቀለው ክርስቶስ ቤተሰብ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Place Of Worship

Send a message to Maatii Kristos isa fannifame/The Crucified Christ Family/የተሰቀለው ክርስቶስ ቤተሰብ:

Share